-
Odeeyfannoo

“‹”‹Hawaasni Muslimaa Godina Harargee Bahaa hoggantoota Majliisa seeraan alaa kaasuun, hoggantoota ofii isaa filate
Godina Harargee Bahaa magaalaa Hararitti guyyaa kaleessa iddoo bakka bu’oonni hawaasa aanaalee godinicha adda adda irra dhufan fi Ulama’oonni gurguddoon…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Barattoonni mana barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu jumlaan dhukkubsatanii kan yaalamaa jiran tahuu beekame
Baratto onni Mana Barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu kan magaalaa Finfinnee naannawa Beetalitti argamuu jumlaan dhukkubsatanii manneen yaalaa naannichaatti kan yaalamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Obbo Shimallis Abdiisaa hogganaa mootummaa naannoo Oromiyaa tahuun muudame
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii ariifachiisaa hardha geggeesseen Obbo Shimallis Abdiisaa Itti aanaa Prezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa godhuun muude. Prezdaantiin mootummaa naannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Caffeen Oromiyaa wal gahii ariifachiisaa geggeessaa jira
Caffeen Oromiyaa har’a waaree booda wal gahii ariifachiisaa kan geggessaa jiru yoo tahu, manni marichaa wal gahii kanaan Prezdaantii Mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paarlaaamaan Ityoophiyaa muudama ministeerota Sadi raggaasise
Prezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa Ministeera Ittisa Biyyaa tahuun muudame. Ministeerri Ittisaa duraanii Aadde A’ishaa Muhammad ministeera Ijaarsa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Poolisoonni magaalaa Asallaa Barattoota Fayyaa Yunivarsiitii Arsii irratti reebicha raawwatan
Barattoonni ogummaa Fayyaa Yunivarsiitii Arsii guyyaa har’aa komii gama bulchiinsaa fi haala barnootaatiin wal qabate dhageessisuuf hiriira kan bahan yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Prezdaantiin Suudaan kan duraanii Umar Al-Bashiir gara mana hidhaa guddicha biyyattiitti kan dabarfame tahuu gabaafame
Prezdaant Umar Al Bashiir eega torbee dabre waraana biyyattiitiin taayitaa irraa fonqolchamee booda mana jireenyaa keessatti too’annaa cimaa jala kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Reebicha Masjiida Abdulqaadiritti raawwatame hoggantoonni majliisa magaalaa Finfinnee harka keessaa qabatuu beekame
Manni marii dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee ( majliisni seeraan alaa) barreeffama fuula feesbuuka isaa irratti maxxanseen, guyyaa hardhaa dhimma nageenya…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Finfinnee Masjiida Abdulqaadiritti Poolisoonni Federaalaa reebicha raawwatan
Masjiidni Abdulqaadir magaalaa Finfinnee naannawa Qaalittiitti kan argamu yoo tahu, Poolisoonni Federaalaa fi magaalaa Finfinnee masjiida keessa seenuun reebicha raawwataniin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dooniin lammilee Ityoophiyaa 70 ol fe’attee Galaana Diimaa irra imalaa turte dhidhimuu gabaafame
Dooniin tun lammiilee Ityoophiyaa fe’attee Jibuutii irraa gara Yaman kan imalaa turte yoo tahu, halkan Sabtii dabree galaana Diimaa keessatti…
Guutuu Dubbisi »










