-
RNH

Raadiyoo Nuuralhudaa 912, January 2, 2025
Namoonni biyyoota Arabaafi Oromiyaa irraa Nuuralhudaa gargaaruu feetan Baankii Daldala Ityoophiyaa Lakkofsa herrega Baankii: 1000649659908 Maqaa: Edris Abduro and Mohammedawol…
Guutuu Dubbisi » -
RNH

Soora Qalbii, Raadiyoo Nuuralhudaa 913, January 6, 2025
Namoonni biyyoota Arabaafi Oromiyaa irraa Nuuralhudaa gargaaruu feetan Baankii Daldala Ityoophiyaa Lakkofsa herrega Baankii: 1000649659908 Maqaa: Edris Abduro and Mohammedawol…
Guutuu Dubbisi » -
RNH

Raadiyoo Nuuralhudaa 914, January 9, 2025
Namoonni biyyoota Arabaafi Oromiyaa irraa Nuuralhudaa gargaaruu feetan Baankii Daldala Ityoophiyaa Lakkofsa herrega Baankii: 1000649659908 Maqaa: Edris Abduro and Mohammedawol…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Gurbaa paantii mootittii hatee biyyaa ari’ame
Lammiin Awustraaliyaa Edward Jones jjedhamu, jaarraa 19ffaa keessa daaw’annaaf gara England imalee ture. Yeroo sanitti ijoollee umrii 14 kan ture…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Kopheen Kun Jalqaba Dhiiraaf Hojjatamuu Quba Qabduu?
Kopeen kun biyya teenyatti Hiil jedhamee yaamama. Faashinni kun jaarraa 10ffaa keessa akka jalqabame himama. Yeroo sanitti farda qabaachuun mallattoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Soora Qalbii, Raadiyoo Nuuralhudaa 833, November 27, 2023
RAADIYOO NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ SOORA QALBII Sagantaa 833ffaa November 27, 2023 ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ Dhaddacha Jaalalaa 193 Tafakkur Tana Quba…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu

Namticha waan du’arraa hafeef jibbame
Ameerikaan guddina diinagdeetiifi waraanaatiin beekamti. Chaayinaan oomisha meeshaalee adda addatiin guutuu addunyaatti faarfamti. Afrikaan ammoo hoongee fi dhukkuba, walitti bu’iinsaafii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Manguddoon wagga 99 jaartii isaa tan wagga 77 guutuu waliin jiraate hiike
Wanti namni hundi hawwu bultii ijaarachuudha yoo jenne soba hin ta’u. haa ta’u malee akkuma bultii ijaarachuun jiru bultii diiguunis…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Ilmii barbaaduuf jecha imala dheeraa Saaykiliin
Maamaaduu Saafaayoo Baarii Yunivarsiitii Islaamaa Al Azharitti barachuudhaaf jecha waan ajaa’ibaa dalage. Mallaqa biyya isaa irraa ka’ee gara biyya Masrii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Sa’uudii Hajjiin Baranaa Dhoorkaa Tokko Malee Kan Geggeeffamu Tahuu Beeksise
Ministeerri Hajjii fi Umraa ibsa baaseen, sirni Hajjii bara 2023 dhorkaalee sababaa Covid-19 woggoota sadan dabran kaahamanii turan hunda kaasuun…
Guutuu Dubbisi »










