-
Og-Barruu

Daa’ima Bineensi Guddifate
Ilmi namaa hoogganaa dachii tanaati jedhama. Ka humna qabu ka humna hin qabne gabroomsee of jalatti bulchuu danda’a. Akkasumas beeyladoota…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Qurxummii Cabbii Keessa Jiraatu
Maqaan isaa Beluga whale jedhama. Beluga jechuun akka afaan naannawa Raashiyaatti adii jechuudha. Maqaa kanas bifa gogaa isaa irraa argate.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensa Qusannaa Soorataa Beeku
Uumamni kun maqaa Kinkajou (Kink-ah-joo) jedhamuun waamama. Maqaa biraa kan honey bear jedhamuunis ni beekama. Sababni isaa qaamni isaa bineensa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

ilbiisa guyyaa tokko qofa jiraatee du’u
Rabbi waan dachiirra jiru cufa yeroo murtaawaaf uume. Hunduu gaafa baallamni isaa gahe du’ee dachiirraa dhabama. Ilmi namaa avreejiidhaan haga…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensa Hin Dulloomne
Bineensi kun Naked mole rat jedhama. Naked mole rat jechuun, Afaan Oromootiin Hantuuta moluu qaama qullaa jiru jechuudha. Qaamni isaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Gama Hawaa Yoo Imaluu Feete Afaan Raashiyaa Baruu Qabda
Addunyaan tun buburreedha. Wanti heddu faallaa ilmi namaa yaaduun argamu danda’a. Fakkeenyaaf Atomikiin jalqaba gaafa oomishamu akka ilmi namaa ifaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Ameerikaan Allaattii Kana Maaliif Mallattoo Godhatte?
Ardiin Ameerikaa tun bal’oo waan taateef haala qilleensa hunda of keessatti qabatteerti. Oowwa uffata nama baafachiisurraa kaasee, haga qabbana kottee…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Allaattii Sheeyxaanaa
Maqaan uumama kanaa Anhinga jedhama. Anhinga jechuun akka afaan ummata Tuupii kan Braazil keessa jiraataniitti, Allaattii sheeyxanaa ykn ammoo Allaattii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Taphni Olompiikii Duraan Ayyaana Amantii Ture
Addunyaan arraan tana waggaa afur afuriin dorgommii ispoortii garagaraa geggeessiti. Dorgommii kanarratti biyyoonni addunyaa hundi waan irratti hirmaataniif hawwii guddaan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensa Osoo Walqunnamtii Wal Hormaataa Raawwatu Du’u
Awustraaliyaa keessa bineensota Marsupial jedhamuun beekaman hedduutu jiru. Bineensonni kunniin laphee isaaniirraa korojoo ilmoolee keessatti guddisan qabaachuudhaan beekkamu. Sanyiiwwan kanniin…
Guutuu Dubbisi »










