-
Afrikaa
Hooggantoonni Masrii fi Ertiraa Kaayiroo keessatti Mari’atan
Prezdaantiin Ertiraa Isayaas Afaworqii daaw’annaa guyyaa lamaatiif Kiibxata kaleessaa Kaayiroo kan seenuudhaan, Prezdaantii Masrii waliin haala naannawa galaana diimaatii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
UNICEF gaaga’ama Itoophiyaa keessatti uumame ilaalchisee ibsa baase.
Waldhabbii daangaa naannolee Oromiyaa fi Somaalee jiddutti muudate hordofuun, jireenyi namoota kuma 700 ta’an kan gaaga’ame akka tahee fi keessumaayyuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Polisiin Federaalaa Dargaggoota irratti qorannoo yakkaa jalqabuun gabaafame
Mootummaan Itoophiyaa fincila biyyattii keessatti gaggeeffamaa jiru, itti gaafatamummaa fudhachuu eega ibsee booda, Poolisiin Federaalaa dargaggoota Oromoo “Qeerroo” irratti qorannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Aanaa Adaabbaatti sagantaan Da’awaa fi galii ijaarsa masjiidaaf walitti qabu gaggeeffame.
Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti Sagantaan kun muddee 10/2010 ganda Ejersaa cumuluggoo iddoo harawaa jedhamutti kan geggeeffame yoo tahu, sagantaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Gamtaan Biyyoota Arabaa labsii Traamp Alquds ilaalchisee baase faayidaa dhabsiisuuf sochii jalqabe
Gamtaa Biyyoota Arabaa irraa Ministeeronni haajaa alaa biyoota jahaa “Biyyoonni addunyaa Bulchiinsa Falasxiiniif magaalaa guddoo isii Alquds/Jerusalem waliin beekkamtii” akka…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa
Suudaan Daangaa Ertiraa waliin qabdu guututti cufuu beeksifte
Suudaan daangaa gama bahaatiin Ertiraa waliin qabdu guututti cufuu beeksifte. Mootummaan Suudaan guyyoota muraasa dura naannoo Kasalaa jedhamu kan Ertiraa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Mootummaan Sa’udii ilmaan warra malikaa 11 hidhuun gabaafame
Mootummaan Sa’udii heera haaraya baaseen, tajaajila bishaanii fi elektirikaatiif kaffaltii kanaan dura maatiiwwan warra malikaatiif mootummaan raawwatu kaasuu isaa hordofuudhaan,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Manni maree nageenya Itoophiyaa haala nageenya biyyattii ilaalchisee walgahii eegale.
Muummichi ministeeraa Obbo Hayila Maariyam Dassalenyi baniinsa kora kanaa irratti, lammiileen sababa waldhabdee dangaa naannoo Oromiyaa fi Soomalee irraa buqqifaman,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Barattoonni Oromoo fi Amaaraa Yuunivarsitii Addigraat lakkisaanii bahaa jiru.
Haleellaa Waraanni Makkalakayaa Oromiyaa keessatti raawwataa jiru hordofuun, Yuunivarsitiilee biyyaatti heddu keessatti barattoonni mormii godhaa turuun ni yaadatama. Ji’a darbe…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Isra’eel baqattoota Afrikaa 40,000 biyya isiitii baasuuf kan qopheefte tahuu beeksifte
Isra’eel baqattoota lammiilee biyyoota Afrikaa 40,00 tahan hanga baatii April/2018 biyya isiitii humnaan baasuuf kan qopheefte tahuu beeksifte. Muummichi ministeera…
Guutuu Dubbisi »