Jila Ulamaa’ota Jimmaa kanneen Hammarreesaa irraa deebi’aa turan keessaa namoonni 15 Finfinnetti hidhamanii akka turan beekame.
Namoonni kunniin Magaalaa Finfinnee naannoo Qeeraatti salaata Zuhrii eega salaatanii booda imala isaanii gara jimmaatiif qophaayaa yemmuu turanitti, poolisootaan qabamanii…
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo
Qondaala Dhimma Nageenya Ameerikaa fi gorsaa prezdaant Traamp kan duraanii irratti himannaan baname
Dhimma nageenya Ameerikaa irratti gorsaa Traamp kan ture Maayikil Fliin irratti manni marii “special counsil” jechuun moggafame himannaa kan bane…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Aanaa Jaarsoo magaalaa Ejersa Goorootti mormiin geggeeffame
Guyyaa har’aa December 1/2017 barattoonni mana barumsa sadarkaa lammaffaa fi qophaa’ina magaalaa Ejersa gooroo, dhaadannoo adda addaa qabatanii hiriira bahuun…
Guutuu Dubbisi » Liibiyaan baqattoota biyya isii keessatti dararamaa jiran hatattaamaan baraaruuf waadaa galte
Liibiyaan baqattoota biyyoota Afrikaa biroo kanneen mana hidhaa biyya isii keessatti dararamaa jiran baraaruu fi akkasumas gara biyya isaanii akka…
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo
Ummanni magaalaa Roobee Baalee ummata Daawwe Sarariif gargaarsa adda adda walitti qabe
Godina Baaleetti ummanni Daawwee Sarar waraana liyyuu poolisii naannoo Somaaleetiin sababa marfamanii fi rakkinni nyaataa kan isaan qunname tahuu ummata…
Guutuu Dubbisi » Ummanni magaalaa Roobee Baalee ummata Daawwe Sarariif gargaarsa adda adda walitti qabe
Godina Baaleetti ummanni Daawwee Sarar waraana liyyuu poolisii naannoo Somaaleetiin sababa marfamanii fi rakkinni nyaataa kan isaan qunname tahuu ummata…
Guutuu Dubbisi »-
Awrooppaa
Yakkamaan waraana Boosniyaa tokkoo mana murtii keesstti summii dhugee du’e.
Ajajaa waraana Kiro’aatota Boosniyaa namni ture guyyaa kaleessaa manaa murtii Zeheeg keessatti summii dhugee kan du’e tahuu gabaasni arganne ni mul’isa. Dhaddachi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Yakkamaan waraana Boosniyaa tokkoo mana murtii keesstti summii dhugee du’e.
Ajaja waraana Kiro’aatota Boosniyaa namni ture guyyaa kaleessaa manaa murtii Zeheeg keessatti summii dhugee kan du’e tahuu gabaasni arganne ni mul’isa. Dhaddachi…
Guutuu Dubbisi » Yakkamaan waraana Boosniyaa tokkoo mana murtii keesstti summii dhugee du’e.
Ajaja waraana Kiro’aatota Boosniyaa namni ture guyyaa kaleessaa manaa murtii Zeheeg keessatti summii dhugee kan du’e tahuu gabaasni arganne ni mul’isa. Dhaddachi…
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo
Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursuumitti Waraanni Liyyuu Poolisii Haleellaa raawwate
Haleellaa Waraanni Liyyuu Poolisii Araaddaa Kaasaa Oromiyaa jedhamu keessatti guyyaa kaleessaa raawwate kanaan, Bulchaa gandaa dabalatee namootni lama akka madaayanii…
Guutuu Dubbisi »