-
Og-Barruu
Masjiidal Aqsaa Kutaa 3ffaa
Waraanni Masqalaa eega Magaalaa Al Quds harkatti galafateen booda, guyyoota kudhaniif walitti aansee ajjeechaa garajabeenyaa raawwate. Muslimoonni kumaatamaan lakkaawaman magaalaa…
Guutuu Dubbisi » Ilmi Malik Salmaan, Sa’uudii gara ‘Moderate Muslim’ ni deebisna jedhe.
Ilmi Malik Salmaan, Sa’uudii gara ‘Moderate Muslim’ ni deebisna jedhe. Mahammad Bin Salmaan kora walgahii investimantii magaalaa Riyaad keessatti qophaaye…
Guutuu Dubbisi »Loltoonni Agaazii Magaalaa Amboo irratti haleellaa hammeesuun gabaafame.
Guyyoota lamaan dabran keessa poolisii fi hawaasni magaalaa Amboo Konkolaatota Sukkaara Kontrobaandii erga qabanii booda, loltoonni Agaazii hawaasa naannichaa irratti…
Guutuu Dubbisi »-
Tafakkur
Istiingrey
STINGRAY Uumamni kun Stingray jedhama. Stingray Sanyii qurxummiiti. Qaamni uumama kanaatis kan ajaa’ibaati. Qaamni isaa akka eelee biddeenaa ykn ammoo akka sahanii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu
Masjiidal Aqsaa Kutaa 2ffaa
Seenaa kana dubbisuu eegaluu keetiin duratti, seenaa kutaa1ffaa dubbisuu kee mirkaneeyfadhu! Kutaa dabre keessatti waa’ee ijaarsa Masjiidal Aqsaa gabaabinaan ilaallee jira. Naannoon…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Godina Shawaa Lixaa magaalaa Gudar keessatti loltoonni mootummaa namoota ajjeessuun gabaafame.
Godina Shawaa lixaa magaalaa Gudar keessatti loltoonni Agaazii dhukaasa bananiin, miseensa poolisii Oromiyaa tokko dabalatee namoota afur ajjeessuun , namoota…
Guutuu Dubbisi » Prezdaantiin Ameerikaa Uggura baqatonni akka Ameerikaa hin seene jechuun labse ture kan kase tahu ibse.
Prezdaantiin Ameerikaa Donald Tiraamp yeroo duula filaannoo geggeessa ture irra jalqabe imammata haarawa adda addaa bafatee socho’aa ture. Imammata isaa…
Guutuu Dubbisi »Manni murtii ol’aanaa Keeniyaa ol iyyannaa guyyaan Filannoo akka jijjiiramuuf gaafatame osoo hin ilaalin hafe.
Filannoon Prezdaantummaa Keenyaa irraa deebiin October26/2017tti geggeeffamuuf karoorfammee ture, kadhimamaa Paartii mormituu Raayilaa Odiingaa dabalatee, dhaabbileen adda addaa haalli adeemsa…
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo
Bulchiinsi Kurdistaan Wixinee yaada Iiraaq irraa fottoquu kan tursiisu tahuu beeksise.
Bulchiinsi Mootummaa naannoo Kurdistaan ibsa ganama har’aa baaseen, bu’aa rifarandamii hordofuun wixinee yaada Iiraaq irraa fottoquu baasee ture kan tursiisuu …
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Kanaadaan deeggarsa doolara Miliyoona 9.5 ol muslimoota Rohingiyaatiif arjoomte.
Mummichi ministeera Kanaadaa Jastiin Trawudoo; Muslimoota Rohingiyaa kan duguuggaa sanyii waraanni mootummaa Miyanmaar irratti raawwata jiru jala lubbuu isaanii hambisuuf…
Guutuu Dubbisi »