-
Eeshiyaa

Turkiyaan Hariiroo Emreets waliin qabdu addaan kutuu kan maltu tahuu ibsite
Emreets Khaamis dabre Israa’el waliin hariiroo uumuu eega labsitee booda, Falasxiin fi Turkiyaa dabalatee biyyoonni Islaamaa muraasni labsiin Abu-Dabii kun…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Magaalaa Finfinneetti Lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii 17,000 dabre
Biroon Fayyaa magaalaa Finfinnee Walumaagalatti jiraattoota magaalichaa 300,547 qorannoon COVID-19 godhamuu fi namoota 17,000 ol irratti Vaayirasiin kun argamu ibse.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Mootummaa Naannoo Tigraay Hidhamtoota 1568 dhiifaman lakkisuuf
Bulchiinsi naannoo Tigiraayi sababa tatamsaa’a dhibee COVID-19 ittisuuf jedhuun, hidhamtoota 1568 kan adabiin hidhaa irratti muramee fi dhukkuboota gara garaan qabamanii, dhibee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhaabbileen Falsxiinotaa Waliigaltee Israa’el fi Emreets sagalee guutuun balaaleffatan
Israa’el fi Emreets hariroo siyaasaa fi dippilomasii waliin jalqabuuf walii galuu isaanii Khamiisa kaleessaa labsuun ni beeka. Haata’u malee dhaabbileen…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Isra’eel fi Emreets hariiroo siyaasaa fi Dippilomasii waliin tolfachuu labsan
Biyyoonni lamaan hariroo siyaasaa fi dippilomasii waliin jalqabuuf, jaarsummaa Ameerikaatiin Khamiisa har’aa kan waliigaltee irra gahuu beeksisan. Israa’el fi Emreets…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Gareen Huusii Baqqattoota lammiilee Ityoophiyaa irratti ajjeechaa fi dararaa gara garaa raawwataa jiraatuu ibsame
Dhaabbanni mirga namoomaatiif falmu Human Right Watch gabaasa Khamiisa har’aa baaseen, gareen Huusii Kaaba Yaman too’atu baqattoota lammiilee Ityoophiyaa irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Itophiyaatti Namoonni 943 COVID-19’n qabaman
Sa’aa 24’n dabre keessatti qorannoo COVID-19 namoota 14,540 taasifame hordofuun, Namni 943 kan dhibee kanaan faalame argamu fi namoonni 23…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Indiyaa keessatti jeequmsa namoonni Jibbiinsa Islaamaa qaban uumaniin lubbuun namaa dabruu gabafame
Indiyaa magaalaa Bengaluru jedhamtu keessatti namoonni jibbiinsa Islaamaa qaban barreeffama Nabi Muhammad arrabsu Fuula Feesbuukii irratti eega maxxansiin booda, muslimoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ilhaan Umar filannoo miseensota Kongirasii Ameerikaa marsaa duraa injifatte
Dubartii dhalattuu Somaaliyaa miseensa Kongirasii Ameerikaa Ilhaan Umar, Kongirasii Ameerikaa keessatti yeroo lammataa itti fufuuf, filannoo marsaa duraa ( primary…
Guutuu Dubbisi »










