-
Koroonaa

COVID-19 UPDATE JUNE 7, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 86 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota sababa COVID-19 du’anii 400,000 dabre
Weerarri Vaayirasii Koroonaa ji’a shan dura Chaayinaa keessatti ka’e, hanga ammaatti guutuu addunyaa keessatti ummata 402,000 ol galaafatuu gabaafame. Akka…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Lammileen Israa’eel sochii mootummaan biyyattii dachii Falasxiinotaa humnaan fottoqsuuf jalqabe mormuun hiriira geggeessan
Lammileen Israa’el kumaatamaan lakkaahaman, hiriira mormii Sabtii kaleessaa magaalaa Telaviiv keessatti geggeessan irratti, “sochii mootummaan dachii Falasxiinotaa fottoqsuuf jalqabe ni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Majlisni Federaalaa Gaaffii ummataaf hatattamaan deebii akka kennu, Majlisni Oromiyaa gaafate
Majlisni Oromiyaa xalayaa fuula 6 qabu kan Majlisa Federaalaaf barreese irratti, Majlisni Federaalaa yeroof amaanaan hoggantoota aangoo irratti argamanitti kennamuu…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 6, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 1,934 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Indooneezhiyaa fi Urduuniitti Masjidoonni banaman
Tatamsa’ina weerara dhukkuba Koroonaa-vaayras to’achuuf biyyoonni hedduun Masjidoota dabalatee, tarkaanfii manneen amantaa cufuu fudhatanii turan. Dhukkuba kana jalaa baraaramuuf, uggurri…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaan namoota 10,000 ol hiite
Ajjeechaa Poolisni adiin Ameerikaa kutaa Minesootaa magaalaa Miniyaapolisitti nama gurraacha lammii Ameerikaa ta’e irratti raawwate, magaaloota Ameerikaa 50 ol keessaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATE JUNE 5, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 169 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Wixata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Guutuu Addunyaatti lakkoofsi namoota COVID-19’n qabamanii 6,636,148 gahe
Meeksikootti guyyaa har’aa qofa namni 1,092 dhibee kanaan kan du’e yoo tahu, biyyoota Kamiisa har’aa lakkoobsa nama du’e guddaa galmeessan…
Guutuu Dubbisi »










