-
Koroonaa

COVID-19 UPDATE June 4, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 1,636 gahe Ministeerri Fayyaa ibsa Khamiisa har’aa baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Waraanni Mootummaa Liibiyaa Magaalaa Tiriipoolii fi Naannawa isii guututti too’achuu beeksise
Waraanni Mootummaa Liibiyaa beekamtii UN qabu ibsa Khamiisa har’aa baaseen, magaalaa Triipoolii fi naannawa isii guutitti hidhattoota Khaliifaa Haftaar harkaa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu Addunyaa keessatti Narsoonni 600 ol dhibee vaayirasii koroonaatiin du’uu gabaafame
Manni Maree Narsootaa Idila Addunyaa gabaasa Arba’aa kaleessaa baaseen, biyyoota 30 keessatti ogeeyyoonni fayyaa 230,000 tahan Covid-19 qabamuun isaanii akka…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Biyyoota hedduutti Masjidoonni banamaa jiran
Tatamsa’ina weerara dhukkuba Koroonaa-vaayras to’achuuf biyyoonni hedduun Masjidoota dabalatee, tarkaanfii manneen amantaa cufuu fudhatanii turan. Mana taa’uun dhukkuba kana jalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATE JUNE 03,2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 142 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Aba’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Suudaan dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee Mana Maree Nageenyatiif (UNSC)xalayaa barreessite
Ministeerri haajaa alaa Suudaan Asmaa Muhammad Abdallaah Xalaya June 02/2020 Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitiif barreesiteen, hidha laga Abbaay…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Indoneezhiyaan lammiileen isii Hajjii bara kanaatiif gara Sa’uudii kan hin imalle tahuu beeksiste
Indoneezhiyaan weerara Vaayirasii koroonaatiin wal qabatee, lammiileen isii sirna Hajjjii bara kanaa irrattii kan hin hirmaanne tahuu beeksiste. Indoneezhiyaan biyya…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATE JUNE 02,2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii Koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 1,344 gahe. Ministeerri Fayyaa ibsa Kiibxata har’aa baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATE JUNE 01,2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 85 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Wixata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Majlisni Federaalaa ‘Kaartaan lafa Masjidaa fi Wiirtuu Islaamaaf kenname’ maqaa isaatiin akka qophaa’u gaafate
Muummichi ministeeraa Abiy Ahmad, Ramadaana bara dabre, magaalaan Finfinnee magaalaa waldeennaa gamtaaa Afrikaa tahuu isii hordofuun lafa Masjidaa fi wiirtuun…
Guutuu Dubbisi »










