-
Koroonaa

Dhukkuba Vayirasii Koroonaa
“‹”‹Dhibeen Vaayirasii Koronaa jedhamuun daddarbu guutuu addunyaa keessatti saffisaan babal’ataa jira. Odeeyfannoo haaraya waahee dhukkuba kanaa hordofee isinii gabaasna. Kiibxata,…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Turkiyaan Waraana Mootummaa Suuriyaa rukutuu kan itti fuftu tahuu akeekkachiifte
Duula waraanaa mootummaan Suuriyaa naannawa Idlib keessatti geggeessaa jiru hordofuun, Turkiyaan baatii dabre irraa jalqabee finciltoota deeggaruun loltoota isii gara…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Marii Godina Silxee, Gaaffii Ummanni Silxee Godinichi akka naannoo tahuuf dhiheesse sagalee guutuun dabarse
Manni marii godinichaa kora ariifachiisaa har’a gaggeesseen, gaaffii ummanni Silxee godinichi akka naannoo tahuuf dhiheesse irratti eegaa baldhinaan mari’aate booda…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hoggantoonni Biyyoota Gamtaa Afrikaa Karooraa Traamp dhimma Baha Jiddu Galeessaa ilaalchisee baase kan hin deeggarre tahuu ibsan
Hoggantoonni Afrikaa “karoora nageenya Baha Jiddu Galeessaa”maqaa jedhuun, wixinee prezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Israa’elii fi Filisxeem ilaalchisuun dhiheesse kan hin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjidni Awwal kan magaalaa Gaasaraa eebbifame
Godina Baalee aanaa Gaasaraa magaalaa Gasaraatti, waggoota afran dabraniif deeggarsa hawaasa Muslima magaalaa Gaasaraa fi naannawa sanii irraa walitti qabameen…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Maree Islaamaa Godina Salaalee hojii majliisaa aanaalee ijaruu cimsee itti fufuu gabaafame
Manni Maree Islaamaa Godina Salaalee guyyaa kudhan dura magaalaa Fichee keessatti haarayatti hundeeffamuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Manni marichaa haarayatti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hoggantoonni biyyoota gara garaa kora Gamtaa Afrikaa irratti hirmaatuuf Finfinnee seenaa jiran
Korri hoggantoota Biyyoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan mata duree “Sagalee Qawwee Ukkaamsuu”jedhuun, Alhada boruu irraa eegalee guyyoota lamaaf Finfinnee keessatti gaggeeffama.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchinsi naannoo Amaaraa dhagaa bu’uraa Yunivarsitii Islaamaa ijaaruuf kaa’ame jigsuuf dhaadate
Naannoo Amaaraa godina Wolloo Kaabaa aanaa Habruu magaalaa Marsaatti Alhada dabre Yunivarsiitii Imaam Ahmad ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaahamee ture yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Jaappaan Atileetota Muslimaatiif Makiinaa Masjida ofirraa qabu qopheessite
Jaappaan, Atileetota biyyoota adduunyaa gara garaa irraa dorgommii Olompikii 32fffaa bara 2020 July 24 irraa hanga August 9, magaalaa Tookiyootti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Prezdaant Uhuuruu Keeniyaataa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa imala gara Chaayinaatti godhu akka dhaabu gaafate
Gaazexaan biyyatti ‘Daily Nation’ jedhamu akka gabaasetti, Prezdaant Uhuuruu Keeniyaataa marii dhaabbanni The Atlantic Council Jedhamu Arba’aa kaleessaa Washington DC…
Guutuu Dubbisi »










