header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Masjidni Awwal kan magaalaa Gaasaraa eebbifame

Godina Baalee aanaa Gaasaraa magaalaa Gasaraatti, waggoota afran dabraniif deeggarsa hawaasa Muslima magaalaa Gaasaraa fi naannawa sanii irraa walitti qabameen kan ijaaramu ture, Masjidni Awwal guyyaa har’aa eebbifame. 

Sagantaa eebba Masjida kanaa irratti Ulamaan, Ustaazootaa fi hawaasni Muslimaa aanaalee gara garaa irraa dhufan hirmaatanii jiran.

Hordoftoonni amantaa Kiristaanaatis, gumaacha gara garaa fiduun gammachuu isaanii ibsataa turan.

One Comment

  1. MäßhällÄlläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Mäßhäll Älläh Täbäräkälää Täbäräkälä Täbäräkälää Raabbii isinirraa haa jaallatuu jazaa kumullahu wokeeraa barakala fikoomii 👍👍👍❣️

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button