-
Odeeyfannoo

Balaa konkolaataa Aanaa Arsii Nageelleetti muudateen lubbuun namoota 5 darbe
Balaan kun har’a waaree booda Godina Arsii Lixaa Aanaa Arsii Nageelleetti kan muudate yoo tahu, lubbuun namoota shanii battalumatti dabruu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Duniyaa
Abdullaahi bin Mas’uud akki je’u: “Ilmi namaa hundi ganama keeysummaatu adunyaaf hirribaa lafaa ka’a, qabeenyi isa bira jirus amaanaadha. Kheeysummaan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Gareen Huusii Helikoptara Waraana Sa’uudii rukutee kuffisuu beeksise
Gareen Huusii Kaabaa Yaman too’ataa jiru ibsa baaseen, Sabtii hardhaa Helikoptara Waraanaa Sa’uudii daangaa biyyoota lamaanii keessatti basaasa irra turte,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Obboo Lammaa Magarsaa walitti makamuu Paartiilee ADWUI kan hin fudhanne tahuu beeksise
Obbo Lammaan gaafii fi deebisaa raadiyoo sagalee Ameerikaa VOA waliin godheen, Jalqabuma irraa yaada Ida’amuu jedhuu fi Paartiilee walitti mukuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Miseensoonni Kaabinee Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Hoggantoota Majlisa magaalattii waliin mari’atan
Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa dabalatee miseensoonni kabineen bulchinsa magaalattii, guyyaa har’aa hogantoota fi miseensoota boordii Majlisa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Breaking News: Muummichi ministeera Iiraaq aangoo gadi lakkisuuf qophii tahuu beeksise
Lammiileen Iraaq malaamaltummaa mootummaa biyyattii keessatti babal’ateen walqabatee, qaalayiinsa jireenyaa hammaataa dhufe mormuun ji’a lama dura daanditti bahuun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mariin Paartiileen siyyaasaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa waliin gaggeessaa turan adda cite
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Jum’aa har’aa wixinee dambii seera filannoo raawwachiisuuf dhihaate irratti, paartiilee mormitootaa waliin marii jalqabee kan ture tahus,…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Suudaan Paartii Prezdaant Umar Al-Bashiir kan waggaa dheeraaf biyyattii bulchaa ture diigde
Fincila ummanni Suudaan mootummaa waggaa 30 ol biyyattii bulchaa ture irratti geggeessaa turetti fayyadamuun, waraanni biyyattii Prezdaan Umar Hasan Al…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Prezdaant Donald Tramp Waraana Ameerikaa Afgaanistaan keessa jiru daaw’ate
Prezdaant Tramp aangoo eega qabatee asitti kaleessaa yeroo jalqabatiif gara Afgaanistaan kan imale yoo tahu, loltoota Ameerikaa buufata waraana Bagram…
Guutuu Dubbisi »










