-
Odeeyfannoo

Ityoophiyaan Meeshaa Waraanaa Faransaay irraa bituuf gaafii dhiheessuun gabaafame
Miidiyaan Faransaay tokko akka gabaasetti, Ityoophiyaan Xiyyaarota Waraanaa, Helekoptaroota, Droonii fi Misaa’ela ibidda Niwukilaraa baadhachuu danda’u bitachuuf mootummaa Faransaay kan…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Mannii Murtii Idil-Addunyaa Waraana Briteen irratti qorannoo yakkaa gaggeessuuf ta’uu beeksise
Dokumentarii dhaabbanni BBC qopheesse irratti, waraanni Briteen Iraaq fi Afgaanistaan keessatti yakka raawwachuu ragaan jiraachuun eega ibsamee booda, Manni Murtii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bulchinsa Gaarii (Good Governance) Umar Ibnal Khaxxab
Yeroon yeroo Amiirri Mu’mintootaa Umar Ibnul Khaxxaab bulchaa ture sani. Dubartiin Masrii takka bulchaa Masrii(kan yeroo san Umar bakka bu’ee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjida Annasr Kan Magaalaa Adaamaatti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Sagantaa kana irratti Ustaazoonni fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu ta’e argamu odeeyfannoon ni addeessa. Keeysummoota argaman jidduu Ustaaz Injinar Badruu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

ADWUI’n bu’aa qorannoo adeemsa addicha walitti makuu sagalee caalmaan raggaasise
Koreen hojii raawwachiistuu ADWUI, qoorannoo adeemsa paartilee isaa fi paartiilee deeggartoota isaa walitti makuun paartii biyyoolessaa tokko hundeessuu jedhu irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Mariin dhimma Hidha laga Abbaay irratti Marsaa 4ffaaf geggeeffame xumuramuu gabaafame
Itoophiyaa, Masri f Suudan dhimma bishaan hidha laga Abbaay irratti marii marsaa 4ffaa guyyaa kaleessaa irraa kaasee magaalaa Finfinneetti kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mariin nageenyaa Majlisa Naannoo Oromiyaatiin qophaahe geggeeffamaa jira
Marii dhimma nageenya biyyattii irratti xiyyeeffate kan magaalaa Finfinnee Hoteela Elilliitti geggeeffamaa jiru irratti, Ulamaa’onni godinaalee Oromiyaa hundarraa Majlisa Oromiyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Obbo Jawaar Muhammad Filannoo Biyyooleessa bara 2012 irratti dorgomuuf qophii tahuu ifoomse
Jijjiirama Siyaasaa biyyattii keessatti dhufe hordofuun, waggaa tokko dura gara biyyaatti kan gale xiinxalaan siyaasaa fi Daayrekterri OMN obbo Jawaar…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Kuweeyt aangoo gadi lakkisuuf tahuu gabaafame
Dubbi himaan mootummaa Kuweeyt Xaariq Al-Mazram ibsa Khamiisa har’aa kenneen, Muummichi Ministeera biyyattii kaabinee isaa kan diige tahuu Amiira biyyattiitiif…
Guutuu Dubbisi »










