-
Odeeyfannoo

Manni Marii ADWUI walitti makamuu dhaabbilee isaa raggaasise
Murtii torban dabre waliitti makamuu dhaabbilee ADWUI irratti, Koreen hojii raawwachistuu dhaabbatichaa sagalee caalmaan dabarse raggaasisuuf, manni marii addichaa guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Breaking News: Abbaan Alangaa Israa’el Muummicha Ministeeraa biyyattii irratti himanna malaamaltummaa bane
Abbaan Alnagaa mootummaa Israa’el muummicha ministeera biyyattii Benjamin Netaniyaahuu irratti qorannaa yakkaa geggeessaa ture kan xumure yoo tahu, Kubbaaniyyaa Telekominikeeshiinii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Konfiransiin nageenyaa abbootii amantaa fi abbootii Gadaatiin qophaa’e magaalaa Finfinneetti geggeeffame
Kaayyoon Konfiransii kanaa, marii dhimma nageenyaa ummata Oromoo fi Amaaraa irratti xiyyeeffate yoo tahu, Ulamaan gurguddoon biyya keenyaa, abbootiin amantaalee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Manni Murtii Idil Addunyaa-ICJ’n duguuggaa sanyii Muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatame ilaaluu kan jalqabu tahuu beeksise
Manni Murtii Idil Addunyaa International Court of Justice (ICJ) jedhamu, duguuggaa sanyii Muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatame ilaalchisee, himannaa yakkaa Gaambiyaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Maree ADWUI dhimma walitti makamuu Addichaa irratti marii jalqabe
Koreen hojii raawwachiftuu ADWUI walga’ii torbee dabre geggeesseen, dhimma walitti makamuu paartiilee miseensaa addichaa fi paartiilee deeggartootaa irratti eega mari’atee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dr Zabibaa Yuunus, dorgommii Akkaadaamii fi Saayinsii addunyaa injifatte
Dhaabbanni Akkaadaamii fi Saayinsii adduunyaa(TWAS), qorannoowwan saayinsaawaa gara garaa, dhaabilee barnootaa irraa wal dorgomsiisuun ‘qorannoo fudhatama argatee fi hawaasaaf bu’a…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ityoophiyaa fi Emreets hariiroo waraana isaanii cimsuuf walii galtee mallatteessan
Walii galteen hariirroo humna ittisaa fi waraana biyyoota lamaanii cimsuu kun Dubaay keessatti kan mallatteeffame yoo tahu, kunis mootummaan Emreets…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Gaaffii umanni Zoonii Sidaamaa Naannoo ta’uuf gaafataa ture irratti filannoon rifarandamii gaggeeffamaa jira
Manni Maree Zoonii Sidaamaa karaa Mana Maree Naannoo Kibbaatiin, naannoo tahuuf rifarandamiin akka gaggeeffamuuf kanaan dura Boordii Filannoo Biyyoolessaatiif gaaffii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ijaarsi manneenii Israa’el dachii Falasxiin keessatti raawwattu kamiyyuu seera addunyaa kan cabsu tahuu ibsame
Ameerikaan kanaan dura ijaarsa Israa’el dachii Falasxiin keessatti raawwattu akka ijaarsa seeraan alaatti kan ilaala turte tahus, ministeerri haajaa alaa…
Guutuu Dubbisi »










