-
Odeeyfannoo

Ramaddiin barattoota dhaabbilee barnoota ol’aanoo bara 2012 ifa tahe
Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa ibsa baaseen, barattoonni bara kana qabxii seensa dhaabbilee barnoota ol’aanoo argatan hundi, ramaddii isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaan biyyoonni sulula laga Abbaay haala itti fayyadama lagichaa haqa qabeessa tahe mirkaneessuuf marii geggeessan kan deeggartu tahuu beeksiste
Ameerikaan marii Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri haala ijaarsa hidha laga Abbaay irratti geggeessaa jiran ilaalchistee ibsa kan baste yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Lammiileen Iraaq qaalayiinsa jireenyaa fi malaamaltummaa mootummaa biyyattii keessatti babal’ate balaalefachuun mormii geggeessaa jiran
Malaamaltummaa mootummaa Iraaq keessatti bababal’ataa dhufeen wal qabatee, biyyattii keessatti qaalayiinsi jireenyaa kan hammaate tahuu odeeyfannoon ni addeessa. Kanuma hordofuun…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ameerikaan imbaasii Somaaliyaa keessatti banatte
Lola hamaa bara 1991 Somaaliyaa keessatti ka’e hordofuun mootummaan jiddu galeessaa biyyattii eega kufee booda, Ameerikaa dabalatee biyyoonnii dhihaa heddu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Beekkamtii Barbaadduu?
Warra lafaa osoo hin taane, beekkamtiin guddoon warra samii biratti beekkamuudha. Beekkamtiin dhugaan nama fayyadduus sani. Beekkamtii warra lafaa, booddeen…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Godina Booranaa Aanaa Dirreetti dhibee ‘Kalaazar’jedhamuun namni 20 ol lubbuu dhabuu gabaafame
Dhibeen kun dhibee Tisiisa biyyoo(sand fly) jedhamuun namarraa namatti daddarbu yoo ta’u, aanicha keessatti eega mul’ate bubbuleera. Dhibee kanaan haga…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iiraan wal dhabbii Sa’uudii waliin qabdu furuudhaaf haal duree tokko malee mari’achuuf qophii tahuu beeksiste
Afayaa’iin mana marii Iiraan Ali Larijaanii gaafii fi deebisaa Aljaziiraa waliin godhe irratti, “Iiraan, Sa’uudii dabalatee biyyoota naannichaa kanneen biroo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiileen Siyaasa Oromoo adeemsa ce’umsa biyyattii galmaan gahuu irratti wal tumsaadhaaf sanadii walii galtee mallatteessan
Paartileen Siyaasa Oromoo ibsa ejjannoo sirna mallattoo irratti baasaniin akka jedhanitti, ji’oota shanan dabran marii bal’aa kan geggessaa turan tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchinsi magaalaa Finfinnee, barattoonni Muslimaa Yunifoormiin gabaabduun kannameef jijjiirrachuu akka danda’an ibse
Bulchinsi magaalaa Finfinnee barattoota mana barumsa mootummaa barataniif, sagantaa guyyatti nyaata yeroo lama dhiheessuu qopheessuu, Akkasuma dhaabbilee daldalaa fi hawaasummaa…
Guutuu Dubbisi »










