-
Eeshiyaa

Waraanni Mootummaa Suuriyaa Idliib keessatti duula bal’aa jalqabuuf kan qophaayaa jiru tahuu gabaafame
Suuriyaa kutaa Idliib keessatti naannawa hidhattootaa fi meeshaalee waraanaa irraa bilisa tahe daangessuuf Turkiyaa fi Ruusiyaan bara dabre walii galtee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Indiyaa mirga addaa ofiin of-bulchuu Kutaa Bulchiinsa Kaashimiir haquu labse
Kutaan Kaashimii Indiyaa jalatti argamtu bara 1954 irraa jalqabee heera biyyattii keewwata 370 jalatti mirgi addaa ofiin ofbulchuu kennameefii kan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ameerikaa fi Kooriyaan kibbaa shaakala waraana waloo jalqaban
Ameerikaa fi Kooriyaan Kibbaa akeekkachiisa Kooriyaa kaabaa moggatti dhiisuun wixata har’aa shaakala waraana kan jalqaban yoo tahu, shaakalli waraanaa kun…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ameerikaa fi Xaalibaan marii araaraa marsaa saddeetaffaa Dohaa keessatti jalqaban
Lola Afagaanistaan keessatti waggoota 18 dabran Xaalibaan fi Ameerikaa jiddutti geggeeffamaa jiru dhaabuuf, mariin nageenyaa Qaxar keessatti ji’a kudhan dura…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

SALAATA IIDAA
Salaata Iidaa kan jennuun salaata guyyaa Iidal Faxrii fi Iidal Ad’haa (Arafaa) Salaatamu, kan salaata waajibaa guyyaa guyyaan salaatamuun adda…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

“‹”‹Walitti bu’iinsa Naannoo Kibbaatti uumame tureen namoonni 53 ol ajjeeffamuu ibsame
Gaaffii ummanni Sidaamaa naannoo tahuuf dhiheeffate hordofuun dhiheenya naannichatti jeequmsi ka’uun ni yaadatama. Walitti bu’iinsa aanaalee godina Sidaamaa gara garaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

“‹”‹Baankiin Zamzam Fulbaana dhufu hojii kan jalqabu tahuun ifoome.
Baankiin Zamzam Sirni Faayinaansii Dhala irraa walaba ta’e, biyyaattiitti akka hundeeffamu adda durummaan sochii kan jalqabe tahuun ifa. Baankichi hayyama…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa finciltoonni Huusii buufata waraana Yaman irratti raawwattaniin loltonni mootummaa heddu kan ajjeefaman tahuu gabaafame
Haleellaan kun Khamiisa har’aa Kibba Yaman magaalaa Adan keessatti buufata waraanaa Al Jalal jedhamu, kan mootummaa Emreetiin deeggaramu irratti kan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Kooriyaan Kaabaa torbaan tokko keessatti yeroo lama yaalii Misaa’elaa geggeessuu gabaafame
Qondaaltonni Waraana Kooriyaa Kibbaa akka jedhanitti, Kooriyaan Kaabaa misaa’ela fageenya gabaabaa furguuggeeffamuu torbaan kana keessa yeroo lama gama baha biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paarlaamaan dhimma Mana Maree Finfinnee fi Dirree Dhawaa, akkasumas filannoo naannoo irratti yaada murtii dhiyaate raggaasise
Paarlaamaan miseensota boqonnaa irra jiran yaamuun walga’ii ariifachiisaa har’a gaggeesseen, dhimmoota Mana Maree Finfinnee fi Dirree Dhawaa, akkasumas filannoo naannoo…
Guutuu Dubbisi »










