-
Odeeyfannoo

Muummittiin Ministeera Briteen Tarezaa Meey taayitaa gad lakkisuuf qophaayaa jiraachuu beeksiste
Tarezaa Meey ibsa guyyaa har’aa kenniteen, June 7/2019 taayitaa isii kan gadi lakkiftu tahuu beeksiste. Miss Meey akka jetteetti, sochii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ijaarsa Seeraan alaa magaalatti keessatti babal’ate diiguuf qophii xumuruu beeksise
Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa dhimmicharratti guyyaa har’aa qaamolee nageenyaa waliin kan mari’ate yoo tahu, lammiileen kutaalee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Falasxiin Konfiransii Diinagdee Baha Jiddu Galaa Ameerikaan qopheessaa jirtu irratti kan hin hirmaanne tahuu beeksise
Ameerikaan Konfiraansii Diinagdee Baha Jiddu Galaa irratti xiyyeeffatu baati dhuftu Bahreeyn keessatti geggeessuuf kan qophaayaa jirtu yoo tahu, bulchiinsi Falasxiin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Haroo Dumaalitti mata duree Araaraa fi Walitti dhufeenya jedhuun Konfiransiin guddaan geggeeffame
Konfiransiin kun dargaggoota Muslimaa godina Baalee magaalaa Haroo Dumaalitiin kan qophaa’e yoo ta’u, kaayyoon isaa rakkoo hawaasa jidduu ture hiikuu,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahmad Baankiin Islaamaa akka hundeeffamu mootummaan deeggarsa ni godha jedhe
Sagantaa Ifxaaraa Manni Marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa guyyaa hardhaa galma barkumeetti qopheesse irratti, Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa, qondaaltonni mootummaa,dippiloomaatonni biyyoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Naannoon Oromiyaa hidhamtoota 7,029f dhiifama godhuu beeksise
Itti aanaan preezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ibsa har’a kenneen akka jedhetti, hidhamtoonni dhiifamni godhameef warra mana hidhaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Seenaa

Ramadaana 17 fi Injifannoo lola Badri.
Qophii : Abbaas Ibnul IslamI Islaamummaa keessatti baatiin Ramadaana baatiiwwan biroo caalaa Muslimoota biratti baatii jabaadha. Baatii kana keessa dalagaawwan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Bunoo Baddelleetti Sirna Hundeeffama Jaarmaya Barnoota Da’waa fi Misoomaa sababeeffachuun konfiransiin guddaan geggeeffame
Konfiransii kana irratti Ulamaa’onni gurguddoon fi hayyoonni akkasumas hoggantoonni mootummaa godinichaa argamanii jiru. Keeysummoota argaman jidduu: Sheikh Muhammad Nuur Abubakar…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Walitti gaarrifannaan Ameerikaa fi Iraan jiddutti hammaataa dhufe baha jiddu galaa keessatti sodaa guddaa uumee jira
Bulchiinsi Traamp, “Iraan buufataalee waraana Ameerikaa fi imbaasiiwwan baha jiddu galaa keessa jiran irratti haleellaa raawwachuuf qophaayaa jirti”sababa jedhuun, humna…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Albamni Nashiidaa Munshid Jamaal Mangistuu galma bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti haala oowwaa ta’een eebbifamaa jira
Munshid Jamaal Mangistuu deeggarsa Jaarmaya Sumayyootaafii Bilaalotaatiin albama nashiidaa Haruuzaa kan qopheesse yoo tahu, Albamni nashiidaa kun guyyaa har’aa bakka…
Guutuu Dubbisi »










