header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Mootummaan Naannoon Oromiyaa hidhamtoota 7,029f dhiifama godhuu beeksise

Itti aanaan preezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ibsa har’a kenneen akka jedhetti, hidhamtoonni dhiifamni godhameef warra mana hidhaa keessatti naamusa gaarii galmeessisuu isaanii boordii dhimmi  ilaallatuun mirkanaa’e tahuu beeksise.

 

Obbo shimallis ibsa isaa kanaan, dhiifamni kenname yakkamtoota seeraan ala namoota daddabarsan, yakka ajjeechaa, mancaatii bosonaa, miidhaa dubartootaa fi daa’immanii raawwatan kan hin ilaallanne tahuu hime.

 

Hidhamtoonni lakkifamanis har’aa eegalee ummatatti kan makaman tahuu ibsame.

 

10 Comments

  1. Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu.obboleyyaan akiraa jabaadha wlh rabbiin isin waliin haajiraatu

  2. as wr wbr Islamic channel nural huda halaa gaarii demuu jirtan jabbadha rabbii isn biraa ha dhabbatuu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button