-
Afrikaa

Prezdaantiin Suudaan Umar Al-Bashiir taayitaa dura taa’ummaa paartii isaa gad lakkise
Prezdaant Umar Hasan Al-Bashiir dura taa’aa Paartii Kongirasii Biyyoolessaa fi prezdaantii Suudaan tahuun yeroo dheeraaf biyyattii kan hogganaa ture yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Haleellaa Somaaliyaa magaalaa Maqdishoo keessatti raawwatameen namoonni heddu ajjeefamuu gabaafame
Haleellaa halkan edaa magaalaa Maqdishoo naannawa manneen daldalaa fi hoteelonni itti baay’atanitti raawwatameen, yoo xiqqaate namoonni 29 kan ajjeefaman tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Korri tumsa diinagdee Ityoophiyaa fi Suudaan irratti xiyyeeffate Khaartuumitti gaggeeffamaa jira
Jilli mootummaa Ityoophiyaa itti aanaa muummicha ministeeraa obbo Dammaqa Makonniniin durfamu kaleessaa galgala Khaartuum kan seene yoo tahu, har’a ammoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ogeeyyonni UN Israa’el Gaazaa keessatti yakkoota dhala namaa rawwaachuu beeksisan
Mormii lammiileen Falasxiin bara 2018 Gaazaa keessatti geggeessaa turan ukkaamsuudhaaf, waraanni Israa’el Falasxiinota heddu ajjeesuun ni yaadatama. Kanuma hordofuun dhaabbanni…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Tramp fi Kim Jong-Un marii Vetnaam keessatti jalqaban osoo hin xumurin gara biyyoota isaaniitti deebi’uu gabaafame
Prezdaantiin Ameerikaa Donald Tramp fi hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong-Un, dhimma sagantaa Niwukilarii Kooriyaa Kaabaa irratti marii Vetnaam magaalaa Hanooy…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Dingateetti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Godina Harargee lixaa aanaa Gammachiis magaalaa Dingateetti guyyaa hardhaa Sagantaan Muhaadaraa guddaan kan geggeeffame yoo tahu, sagantaa kana irratti jila…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Donald Tramp fi Kim Jong-Un Vetnaam magaalaa Haanoy keessatti marii kan jalqaban tahuu gabaafame
Hoggantoonni lamaan dhimma sagantaa Niwukilarii Kooriyaa Kaabaa fi haala qoqqobbiin Ameerikaan yeroo dheeraaf kooriyaa Kaabaa irra keette kaafamu irratti kan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Paakistaan Xiyyaarota waraana Indiyaa lama rukutuu beeksiste
Paakistaan xiyyaarota waraana Indiyaa lama daangaa qilleensa isii seenan rukuttee kuffisuufi, akkasumas Paayileetota lama kan boojite tahuu beeksisste. Dabalataanis waraanni…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

“‹”‹Filannoo Prezdaantummaa Naayijeriyaa Sabtii dabre geggeeffameen Prezdaant Muhammaduu Buhaarii injifatuu gabaafame
Kaadhimamtoota prezdaantummaaf dhihaatan jidduu itti aanaan prezdaantii duraanii Mr Atiku Abubakar prezdaant Muhammaaduu Buhaariif morkataa cimaa ni ta’a jedhamee tilmaame…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Konfiransii guddaa Magaalaa Mattuutti geggeeffamuuf qophiin xumurame
Godina iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuutti Konfiransiin Islaamaa guddaan Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa, Ustaazonni fi keessummoonni iddoo gara garaa irraa…
Guutuu Dubbisi »










