-
Odeeyfannoo

Koreen Araara ABO fi Mootummaa raawwachiisuuf dhaabbate Ibsa kenne
Koreen Araaraa ABO fi mootummaa raawwachiisuuf hundeeffame, adeemsi raawwii hidhattoota ABO-shanee hiikkachiisuu maal irra akka jiru galagala kana ibsa miidiyaaf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaantiin Falasxiin Mahmuud Abbaas Riyaad keessatti Malik Salmaan waliin mari’atuu gabaafame
Prezdaantiin Falasxiin Mahmuuda Abbaas Kiibxata har’aa gara Riyaaditti imaluun, Malik Salmaan waliin haal Al-Quds keessa jiruu fi dararaa Israa’el dhiheenya…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjiidota Magaalaa Istee keessatti gubaman deebisanii ijaaruuf deeggarsi godhame
Naannoo Amaaraa kibba Gondar magaalaa Isteetti masjiidonni lama, akkasumas magaalaa Jarraa Gadduu jedhamtutti masjiidni tokko walumaa galatti masjiidonni sadi, torbee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Naannoo Amaaraa Kibba Goondar keessatti Masjiidni gubame
Naannoo Amaaraa Kibba Gondar magaalaa Isteetti Alhada torbaan kaleessaa hordoftoota amantaa birootiin masjiidonni lama gubamuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Haaluma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Kalalaatti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa magaalaa Kalalaatti sagantaan Da’awaa guddaan kan geggeeffame yoo ta’u, keessummoonni iddoo gara garaa irraa dhufan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Konfiransiin guddaan Magaalaa Galamsoo ganda Daalootti geggeeffamaa jira
Konfiransii kana irratti Ulamaa’onni biyya keenyaa gurguddoon iddoo adda addaa irraa dhufan, akkasumas keessummoonni fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu tahe…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Helikoptarri waraana Ityoophiyaa takka kutaa Abiye keessatti kufuun loltoonni Sadi du’an
Halikoptarri waraana Ityoophiyaa ergama dhaabbata mootummoota gamtoonii raawwachuuf, kutaa Abiye magaalaa Kadugli jedhamtu irraa loltoota 23 fe’attee gara Abiye imalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Korri 32ffaa hoggantoota Gamtaa Afrikaa galma walga’ii gamtichaa keessatti jalqabame
Kora 32ffaa hoggantoota Gamtaa Afrikaa har’a magaalaa Finfinnee galma walga’ii gamtichaa keessaati jalqabame kana irratti, prezdaantiin Ruwaandaa Pool Kaagamee aangoo…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhibee Iboolaa Koongoo-DRC keessatti babal’ataa dhufeen lakkoofsi namoota du’anii 500 ol dhaqqabuu gabaafame
Ministeerri fayyaa biyyattii akka jedhetti, dhibee Iboolaa ji’a August/2018 irraa jalqabee Ripaalika Dimokraatawa Koongoo gama bahaa keessatti ka’een, hanga ammaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hoggantoonni biyyootaa fi dhaabbiilee idil addunyaa kora Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee seenaa jiran
Kora gamtaa Afrikaa guyyaa boru jalqabamu irratti hirmaachuuf, hoggantoonni biyyootaa Afrikaa, qondaaltonni dhaabbilee idil addunyaa, bakka bu’oonni hoggantoota biyyoota Ardiilee…
Guutuu Dubbisi »










