-
Eeshiyaa

Indoneezhiya keessatti dhoohinsa Volkaanoo muudate hordofuun dambaliin galaana irraa ka’e lubbuu nama 220 ol galaafate
Halkan kaleessaa Indoneezhiyaa kutaa Jaavaa keessatti dhoohinsa Volkaanoo iddoola xiqqoo keessatti muudate hordofuun, dambaliin galaana irraa ka’e gara magaalotaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Traamp Waajjiraalee Mootummaa Federaalaa muraasa cufuu beeksise
Prezdaant Donaald Traamp ijaarsa dallaa dangaa Meeksikoo fi Ameerikaa irratti karoorfateef maallaqni Dolaara biiliyoona shan akka ramadamuuf kan gaafatee ture…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Haleellaa Boombii Somaaliyaa magaalaa Maqdishoo keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefaman
Haleellaa Sabtii har’aa magaalaa Maqdishoo naannawa masaraa mootummaatti raawwatameen, yoo xiqqaate namoonni 16 kan ajjeefaman tahuu Poolisiin biyyattii ibse. Haleellaan…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Mootummaan Suudaan naannolee biyyattii heddu keessatti labsii yeroo muddamaa labse
Suudaan keessatti kufaatii maallaqaa fi qaala’iinsa jireenyaa hammaataa dhufe hordofuun, lammiileen biyyattii guyyoota afran dabraniif mormii geggeessaa kan jiran yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hogganaan ABO obbo Daawud Ibsaa mootummaan naannichatti nageenyi akka bu’u yoo barbaade dhaabni isaa mariif qophii tahuu beeksise
Obbo Daawud Ibsaa ibsa hardha miidiyaalee kenne irratti, hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo fi loltoota mootummaa jiddutti walitti bu’iinsi kan uumame…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Breaking: Qondaaltonni Naannoo Oromiyaa Malaamaltummaan shakkaman heddu too’annaa jala kan oolfaman tahuu gabaafame
Mootummaan Naannoo Oromiyaa qondaaltota duraanii too’annaa jala oolchuu kan jalqabe yoo tahu, qondaaltota qabaman jidduu hoggantoonni Dhaabbata Liqii fi Qusannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Ittisa Ameerikaa Jems Mattis taayitaa gad lakkisuu beeksise
James Mattis xalayaa hujii gad lakkisuu Waayihaawusiif barreesse irratti, Prezdaant Traamp waliin garaa garummaa Imaammataa bal’aa tahe kan qabu tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Itti aanaan Muummicha Ministeeraa Obbo Dammaqa Makonniin Prezdaantii Suudaan waliin mari’ate
Itti aanaan Muummicha ministeeraa Obbo Dammaqa Makonnin daawannaa hujii guyyaa lamaatiif kaleessa gara Suudaan kan imale yoo tahu, Prezdaant Umar…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ameerikaan loltoota Isii Suuriyaa keessaa baasuuf kan qophaayaa jirtu tahuu gabaafame
Ameerikaan loltoota Suuriyaa keessaa qabdu hundaa saffisaan baasuudhaaf qophii irra kan jirtu tahuu CNN gabaase. Ameerikaan loltoota 2000 ol Suuriyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Baalaa Fanjii naannoo Benishaangul Gumuzitti dhaqqabeen namoonni 10 ajjeefaman
Balaan kun Makiinaa magaalaa Asoosaa irraa gara Toongoo nama 18 fe’atee imalaa ture irratti kan dhaqqabe yoo tahu, namni 10…
Guutuu Dubbisi »










