-
Afrikaa

Afrikaa Kibbaatti haleellaa fi Saamicha Manneen daldalaa lammiilee biyya alaa irratti xiyyeefateen lubbuun namaa dabre
Haleellaa fi Saamicha daldaltoota lammiilee biyyoota biroo keessattuu lammiilee Itoophiyaa fi Somaalee magaalaa Suweetoo fi naannawa isii keessa jiraatan irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

ABO fi KFO’n gamtaa uumuuf Marii jalqaban
Addi Bilisumaa Oromoo (ABO) fi Kongiresii Federaalistii Oromoo (KFO) gamtaadhaan waliin hojjatuuf kan marii jalqaban tahuu ibsan. Miseensa qondaaltota jila…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni murtii Federaalaa Abdi Illee dabalatee dhimma Qondaaltota naannoo Somaalee ilaaluuf Fulbaana 4, 2011tti beellame
Prezdaantii naannoo Somaalee duraanii Abdi Illee dabalatee qondaaltonni naannicha 4 guyyaa kaleessaa mana murtiitti dhihaatuun mirga wabii gaafachuun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa Helikoptara Raayyaa Ittisa Biyyaa muudateen lubbuun nama 18 dabre
Herlikoptarri miseensota rayyaa ittisaa 15 fi namoota Siviilii 3 fe’attee Dirree Dhawaa irraa gara Bishooftuu imala turte, hara’a ganama toora…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Liyyuu Poolisii naannoo Somaalee Aanaa Qumbii keessatti haleellaa raawwaate
Waraanni Liyyuu poolisii aanaa Qumbii magaalaa Minoo seenuun meeshaa waraana gurguddaan haleella kan raawwate tahuu maddeen gabaasan. Haleellaa kanaanis milishaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ulamaa’onni gurguddoon Biyya Keeniyaa Keessa jiraataa turan gara biyyaa deebi’uuf qophitti jiru.
In shaa ALLAAH hayyama Rabbii guddaatiin Guyyaa jimaataa keeniyaa irraa ka’anii, Salaata Jum’aa booda Finfinnee ni gahu jedhamee eegama. Ulamaa’onni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ulamaa’onni gurguddoon Biyya Keeniyaa Keessa jiraataa turan gara biyyaa deebi’uuf qophitti jiru.
In shaa ALLAAH hayyama Rabbii guddaatiin Guyyaa jimaataa keeniyaa irraa ka’anii, Salaata Jum’aa booda Finfinnee ni gahu jedhamee eegama. Ulamaa’onni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee aanaa Mayyuu Mulluqqee keessatti haleellaa raawwate
Waraanni Naannoo Somaalee Isniina Kaleessaa ganama naannawa saa’aa 4:00tti Ulamaa’oota fi dargaggoota aanaa Haramayaa irraa namoota torbee dabre aanaa Mayyuu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hogganaan Garee Finciltoota Suudaan Kibbaa Waliigaltee Khartuum mallatteessuu dide
Mootummaa Suudaan kibbaa fi Garee Finciltoota Suudaan kibbaa lola wal irratti geggeessaa jiran dhaabuuf, marii nageenyaa ji’a lamaaf magaalaa guddoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Poolisiin Federaalaa Nannoo Somaalee keessatti jeequmsa ji’a dabre ka’een lakkofsi namoota guyyaa tokkotti ajjeefamanii 96 tahuu beeksise
Hogganaan Poolisii Federaalaa Komishinar Zeeynuu Jamaal ibsa guyyaa hardhaa kenneen, Jeequmsa ji’a darbe Adoleessa 27/2010 magaalota gurguddoo Naannoo Somaalee keessatti…
Guutuu Dubbisi »









