-
Eeshiyaa

Gareen Mirga Namoomaatii Falmu, Human Right Watch, biyyoonni meeshaalee waraanaa Sa’udiif gurguran akka irraa dhaaban gaafate
Haleellaa Ji’a dabre keessa Xiyyaaronni waraana Sa’udii Yaman kutaa Sa’adaa keessatti Konkolaataa barattoota fe’atee imalaa ture irratti raawwataniin, ijoollee 40…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Haleellaa Boombii Somaaliyaa magaalaa Maqdishoo keessatti raawwatameen lubbuun namaa galaafatame
Haleellaa Alhada har’aa magaalaa Maqdishoo keessatti waajjiraalee mootummaa irratti xiyyeefate kanaan, yoo xiqqaate namoonni jaha kan ajjeefaman tahuu qondaaltonni biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Liyyuu Poolisii aanaa Mi’eessootti lubbuu nama lamaa galaafate
Haleellaan kun kan raawwatame Harargee lixaa aanaa Mi’eessoo araddaa Waltaaneetti yoo tahu, namni lama ajjeefamuu fi namni tokko immoo madaa’uu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiin Mormituu Ginboot Sabaat gara Biyyaatti galaa jira
Eertiraa keessatti mandheefatee kan ture Paartiin Arbanyooch Ginboot Sabaat buufata waraana isaa kan Eertiraa keessatti argamu cufee karaa Humaraatiin gara…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dargaggoonni Godinaalee Harargee lamaaniin magaalaa Harar keessatti marii geggeessaa jiran
Mariin kun guyyaa har’aa magaalaa Harar galma Calanqootti kan geggeefamaa jiru yoo tahu, Abbootii amantaa, abbootii Gadaa, abbootii qabeenyaa, hayyootaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Aanaa Daawwaa Caffaatti Makkalaakayaa fi ummata jiddutti walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namaa darbe
Walitti bu’iinsi kun godina Walloo aanaa Daawwaa Caffaa iddoo Waladee jedhamutti kan muudate yoo tahu, waraanni Makkalaakayaa ummata irratti dhukaasuun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hawaasni Muslimaa Magaalaa Sanbatee Ulamaa’ota biyyatti deebi’an haala hoo’aan simate
Naannoo Amaaraa Zoonii Oromoo Aanaa Jillee dhummuggaa magaalaa Sanbateetti, hawaasni muslimaa Ulamaa’ota gurguddoo biyya keenyaa dhiheenya biyya alaa irraa galan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa gara Chaayinaa Imale
Dr Abiy Ahmad har’a Beejing kan seene yoo tahu, Foramii Afrikaa-Chaayinaa 7ffaa iratti hirmaachuuf garasitti kan imale tahuun beekameera. Dubbi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ulamaa’onni gurguddoon Keeniyaa irraa gara biyyaatti galan
ALHAMDULILLAAH ULAMAA’ONNI KEENYA NAGAYAAN GALAANII JIRU!!! Ulamaa’onni Keenya gurguddoon biyya Keeniyaa keessa waggaa dheeraaf jiraataa turan, guyyaa har’aa nagayaan gara…
Guutuu Dubbisi »










