-
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Mootummaan ol’aantummaa seeraa kabachiisuuf xiyyeeffannoo olaanan Kan hojjetu ta’uu ibse
Dr Abiy ibsa guyyaa har’aa kenneen, Kanaan dura mootummaan seera akka meeshaatti fayyadamuu isaatiin rakkoole dhalatan sirreessuuf tarkaanfiwwan fudhataman…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Baqattoonni Oromoo Yaman Kaampii Alqaras keessa jiran rakkoo hamaaf saaxilamuu ibsan
Bara 2015 irraa eeggalee lola Yaman keessatti deemaa jiru biyyattiin gaaga’ama hamaa keessa jirti. Waraana kanaan lammiileen biyyattii kumaatamaan lakkaahaman…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jiraattonni Godina Harargee Lixaa Magaalaa Ciroo keessatti mormii geggeessan
Jiraattonni aanaalee godinichaa 14 irra waliitti dhufan Sabtii kaleessaa magaalaa guddoo godinichaa Ciroo keessatti, aangooo irraa kaafamuu bulchaa fi itti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Qondaaltonni Qaxar mootummaan Sa’udii Hujjaajota biyya isaanii gara Makkah akka hin seenne uggure jechuun himatan
Baay’inni hujjaajotaa Qaxariif hayyamame 1,200 tahus, sirna hajjii bara kanaa raawwachuuf Qaxar irraa galmaayuun kan hin danda’amin tahuu qondaaltonni Qaxar…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa haala yeroo irratti ibsa kenne
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad sirna eebba qondaaltota waraanaa guyyaa har’aa kolleejjii Raayyaa ittisaatti geggeeffame irratti kan argame yoo ta’u,…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hoogganaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan duraanii Kofi Anan du’e
Kofi Anan Sabtii har’aa Siwizerland Magaalaa Jeneva kessatti du’e. Mr Anan bara 1997 hanga 2006tti Barreessaa ol’aanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Poolisoonni Israa’el hulaa Masjiid Al AQSAA cufan.
Waraanni Israa’el galgala har’aa yaaliin ajjeechaa nurratti raawwatame jechuun, hulaalee Masjiid Al Aqsaa hunda kan cufan yoo tahu, Falasxiinonni lakkofsaan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Waraanni Isra’eel Lammiilee Falisxiin lama ajjeessuun 40 ol madeesse
Dubbi himaan Ministeera Fayyaa Falisxiin, Loltoonni Isra’eel, haleellaa baha Gaazaa keessatti juma’aa har’aa rawwataniin lammiilee Falisxiin lama ajjeessuu fi nama…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaantiin Naannoo Oromiyaa Maqaa ABO’tiin qaamonni biyyattii keessatti Saamicha raawwatan kan jiran tahuu ibse
Prezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Lammaa Magarsaa guyyaa har’aa haala yeroo irratti ibsa kenneen, maqaa ABO’tiin iddoo adda addaatti saamichaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Balaa lolaa Indiyaa keessatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 324 gahe
Indiyaa kutaa Keralaa keessatti balaan lolaa guddaan kan muudate yoo tahu,lubbuu nama 300 ol galaafatuu fi qabeenya heddu barbadeessuu qondaaltonni…
Guutuu Dubbisi »










