-
Odeeyfannoo

Abbaan Alangaa Federaalaa himannaa Miidiyaalee fi namoota lamaa addaan kute
Abbaan Alangaa Federaalaa himannaa, miidiyaalee teessoo isaanii biyya alaa tahe OMN fi ESAT akkasumas himannaa obbo Jawaar Muhammadii fi Dr…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Platypus, Bineensa Uumama Addaa Qabu.
Uumamni kun uumama ajaa’ibaati. Yoo fagoo laalan uumama gosa sadih irraa waan ijaarame fakkaata malee, bineensa tokko hin fakkaatu. Qaama…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Aanaa Nansaboo keessatti balaa sigiga lafaatiin lubbuun namoota 22 dabre
Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansaboo ganda Tulluu Goolaa buufata Beloo jedhamu keessatti, kaleessa galgala naannawa Sa’atii tokkoo irratti Rooba cimaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Weerarri Liyyuu Poolisii Naannoo Soomaleetiin geggeeffamu hammaatee itti fufee jira.
Waraanni Liyyuu Pooliissii Naannoo Soomalee Arradaalee Aanaa Cinaaqsaan jalaatti argaman seenuun weerara geggeessaa jiraatuu isiinii gabaasuun keenya ni yaadatama. Halkaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hojjattoonni Mootummaa Godina Arsii Lixaa fi magaalaa Shaashamannee Haaj Hasan Gammadaa Ziyaaran
Hojjatoonni muslimaa waajjiraalee mootummaa keessa hojjatan kunniin Ziyaara isaanii kan geggeessan Sabtii kaleessa yoo tahu, aalima keenya guddaa Haaj Hasan…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

-
Odeeyfannoo

Ustaaz Abubakar Ahmad masjiida naannawa Burraayyuutti diigamee fi tarkaanfii waraana mootummaa balaaleffate.
Guyyaa lama dura masjiidni magaalaa Burrayyuu naannawa Ashawaa Meedaa keessatti argamu, ajaja qondaaltota mootummaatiin kan diigameefi, Muslimoota Masjiida keessa turan…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Gareen AfD jedhamu kan jibbaa Muslimootaa leellisu, hojjattoonni Muslimaa ji’a Ramadaanaa keessa hujii isaanii irraa akka ugguraman gaafate.
Miseensoonni parlaamaa biyya Jarmaan kan paartii AfD irraa tahan mootummaan hojjattoota muslimaa akka Doktoroota fayyaa, Narsii, Payleetota, konkolaachiistoota Baabuuraa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Breaking News: Donald Traamp marii hoogganaa Kooriyaa Kaabaa waliin geggeessuuf Karoorfate kan haqe tahuu beeksise
Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp marii hoogganaa Kooriyaa Kaabaa Kim Jong-Un waliin geggeessuuf karoorfatee ture irratti kan hin hirmaanne tahuu beeksise.…
Guutuu Dubbisi »










