-
Odeeyfannoo

Hooggantoonni Adda Dimokraatawaa Oromoo muummicha ministeeraa waliin mari’atan
Hooggantoonni Adda dimokraatawaa Oromoo(ADO) Arba’aa kaleessaa biyya alaa irraa gara Finfinnee galan guyyaa har’aa, masaraa biyyoolesaa keessatti muummicha ministeeraa Dr…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ustaaz Abubakar Ahmad masjiida naannawa Burraayyuutti diigamee fi tarkaanfii waraanni mootummaa hawaasa muslimaa irratti fudhate balaalefate.
Guyyaa lama dura magaalaa Burrayyuu naannawa Ashawaa Meedaa jedhamuun beekamu keessatti Masjiida argamu, qondaaltota mootummaatiin akka diigamu godhamee hawaasa Muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Haleellaa Waraanni Liyyuu Poolisii naannoo Soomalee aanaa Cinaaqsan keessatti raawwateen lubbuun namaa galaafatame.
Godina Harargee Bahaa aanaa Cinaaqsan araddaa Huweysi keessatti waraanni Liyyuu poolisii naannoo Soomalee, ganama hardhaa May 23/2018 ummata irratti lola…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Abdulaziiz Ahmad Riyaaditti Ambaasaadara Itoophiyaa tahuun Muudame
Mootummaan Ityoophiyaa Sa’udii irraa dippiloomaatota lama gara biyyaa kan yaame tahuu gabaasuun keenya ni yaadatama. Ministeerri haajaa alaa ibsa guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Diploomaatonni Ityoophiyaa ol’aanoon, Sa’uudii irraa gara biyyaa yaamaman.
Mootummaan Itoophiyaa Dipiloomaatota ol’aanoo Sa’udi Arabiyaa irraa gara biyyaa kan yaame tahuu gaazexaan Addis Standard gabaase. Akka gabaasa Kanaatti Riyaaditti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggantoonni Paartii Mormiituu ADO Finfinnee seenan.
Hoggantoonni paartii mormiituu ADO( ODF) tahan mootummaa waliin mariyatuuf ganama hardha magaalaa Finfinnee kan seenan tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iiraan Sagantaa Niwukilarii gabbisuu dhaabdee turte jalqabuudhaaf kan qophaayaa jirtu tahuu qondaalli biyyattii tokko hime.
Dhaabbata mootummoota gamtoomanitti biyyoonni miseensa dhaabbataa mana marii nageenyaa Shananii fi Jarman (P5+1) sagantaa Niwukilarii Iiraan ilaalchisee bara 2015 Iiraan…
Guutuu Dubbisi » -
NHTV

Dhaamsa Obbolummaa Munshid Anas Muhammad irraa
Munshid Anas Muhammad baatii Ramadaanaa irratti xiyyeeffachuudhaan, dhaamsa Jabduu hawaasa Muslimaatiif dhaamee jira. Rabbiin warra irraa fayyadamu nu haa godhu!…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Bison (Baaysan) Gafarsa Ameerikaa
Waahee uumama kanaa Viidiyoo kanarraa daawwadhu Uumamni kun Biyyoota Ameerikaa Kaabaa keessatti argama. Sababa kanaafis gafarsa Ameerikaa jedhanii waaman. Baaysan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Shaashamanneetti Sagantaan Da’awaa fi Barnootaa Guddaan geggeeffame
Sagantaan Da’awaa fi Barnootaa magaalaa Shaashamanneetti Alhada har’aa geggeeffame kana irratti miseensonno Koree furmaata barbadduu hawaasa muslimaa jidduu, Sheik Makkata…
Guutuu Dubbisi »










