-
Afrikaa

Keeniyaan Boba’aa oomishtee gurgurtaaf gara biyya alaa erguu jalqabde
Keeniyaan Kaaba Lixa biyyattii kutaa Turkaanaa jedhamu keessatti Boba’aa argame baasuu waggaa jaha dura jalqabde. Haaluma kanaan Alhada kaleessaa Oomisha…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Breaking News; Labsiin Yeroo muddamaa akka ka’u murteeffame.
Manni maree Ministeerotaa walgahii idilee isaa harra geggeesseen, labsiin yeroo muddamaa akka ka’u murteesseera.
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaan Wixinee seeraa Falasxiinotaaf ittisni akka godhamuuf mana marii nageenyaatiif dhihaate kuffiste
Duguuggaa Sanyii Isra’eel dhiheenya kana Gaazaa keessatti raawwatte hordofuun, Kuweeyt Wixinee seeraa Falasxinotaaf ittisni akka godhamu gaafatu, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Donaald Traamp mariin hoogganaa Kooriyaa Kaabaa waliin karoorfate irratti kan hirmaatu tahuu beeksise
Traamp Torbee dabre keessaa sagantaa Marii Kim Jong-Un waliin Singaapor keessatti Jun 12tti karoorfame irratti kan hin hirmaanne tahuu beeksisee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Magaalaa Sabbataa Masjiida Seeraan galmaaye diiguuf akeekkachiisa baase
Bulchiinsi magaalaa Sabbataa Masjiida Hamzaa kan naannawa Furii jedhamu ganda 04 keessatti argamu guyyaa 7 booda diiguuf akeekkachiise. Bulchiinsi magaalattii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Kitaabni Hiikaa Qur’aanaa Afaan Oromootiin qophaa’e Eebbifame.
Kitaabni hiikan Qur’aana Kabajamaa Afaan Oromootiin qophaa’e guyyaa kaleessaa biyya Sa’udii magaalaa Riyaaditti kan Eebbifame tahuu beekame. Sagantaa Eebbaa kana…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Paarlaamaan Denmark seera Niqaaba uffachuu dhoorku raggaasise
Wixineen seeraa Mootummaa Denmarkiin qophaayee Khamisa har’aa Paarlamaan raggaasifame kun August 1/2018 irraa jalqabee hujii irraa kan oolu tahuun beekameera.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dargaggoonni Magaalaa Awwadaay irraa qabamanii mana hidhaa Dirree Dhawaatti hidhaman ammas mana murtii deddeebifamaa jiru
Dargaggoonni kunniin weerara liyyuu pooliisiin naannoo Somaalee daangaalee Oromiyaa keessatti geggeessan hordofuun, dhalattoota Somaalee magaalaa Awwadaay keessa jiraatan ariitan akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -
Oduu Ajaa'ibaa

Baqataa Addunyaa Ajaa’ibsiise, Mahmuduu Gassaamaa
Mahmuuduu Gassaamaa lammii Maalii yoo tahu umriin isaa 22. Mahmuuduun baqqattoota lammiilee Afrikaa heddu waliin baatii muraasa dura karaa seeraan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoogganaa paartii Ginboot 7 obbo Andargaachawu Tsiggee dabalatee namoonni 500 ol hidhaa irraa lakkifaman
Hoogganaan olaanaa Dhaabbata Ginboot 7 obbo Andaargaachawu Tsiggee mootummaa Itoophiyaatiin himatamee bakka inni hin jirretti adabbiin du’aa itti murtaayee ture.…
Guutuu Dubbisi »










