-
Og-Barruu

Umar Ibnu Ubeeydullaah.
Umar Ibnu Ubeeydullaah nama sadaqatuun beekamuudha. Guyyaa tokko osoo daandii irra deemaa jiru ooyruu biqiltuu takka bira gahe, wanti inni…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ertiraan dargaggoota sirna awwaalcha Haaji Muusaa Muhammad irratti hirmaatan heddu hiite
Mootummaan Ertiraa dargaggoota sirna awwaalcha Haaji Muusaa Muhammad Nuur irratti hirmaatan heddu kan hiite tahuu BBC’n gabaase. Haaji Muusaan hooggaanaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalota Oromiyaa Keessatti hidhaan hammaatee itti fufee jira.
Lagannaan gabaa fi manaa bahuu dhabuu guyyoota sadihiif geggeeffamaa ture, guyyaa kaleessaa kan xumurame yoo tahu, kanuma hordofuun magaalota Oromiyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Haajaa alaa Ameerikaa, labsiin yeroo muddamaa ariitiin akka kaafamu gaafate.
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Reeks Tiilarsan guyyaa kaleessa Itoophiyaa kan seene yoo tahu dhimma haala siyaasaa biyyaatti irratti angawoota mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Masjiidal Aqsaa Kutaa 8ffaa
Hooggantoonni Salahaddiiniin bakka bu’an, dachii Shaam, Misraa fi iiraaq bulchuuf tattaaffii godhanii jiru. Haa tahu malee dachii bal’aa san akka…
Guutuu Dubbisi » -
Boohartii

Hoolaan Gurra Keessaa Afaan Qabu Turkiyaa Keessatti Argame.
Alii Duman Turkiyaa Godina Gaaziyaanteep jedhamtu keessatti horsiisee bulaa yoota’u; “guyyaa tokko hoolota tiyyarraa rifeensa osoo murutti jiru, wanti hedduu…
Guutuu Dubbisi » -
Oduu Ajaa'ibaa

Lammiileen Ameerika sababa dhugaatii kamriitiin du’an daran heddummaataa jiru.
Ameerikaa keessatti baay’inni namoota sababaa dhugaatii kamriitiin du’anii garmalee dabalaa akka dhufe, “washingto post”eeruun barruun”Times”gabaase. Akka qorannoo kanaatti sababa dhugaatii…
Guutuu Dubbisi » -
Oduu Ajaa'ibaa

Doktoroonni kolombiyaa Doollaara 5700 garaa namaa keessaa baqassanii baasuu himan.
Jaarsaafi JAartiin yeroo boqqonnaa isaanii gara biyya biraa deemanii boqachuuf mari’atanii walii galan. Garuu Maallaqa imala kanaaf isaan barbaachisu waan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Masjiidal Aqsaa Kutaa 6ffaa
Waraanni Masqalaa bakka Assafuuriyaa je’amtu eega qubateen booda, walmormii mootota isaanii jiddutti godhameen gara waraana Salaahaddiin imaluu murteessan. Kun garuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Haajaa Alaa Ameerikaa Itoophiyaa Seenuun beekame
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Reeks Tiilarsan har’a waaree booda Finfinnee kan seene tahuun beekame. Ministeerri haajaa kun Qondaaltota Itoophiyaa waliin…
Guutuu Dubbisi »










