-
Og-Barruu

Biyyoota Gammachuu Ajaa’ibaa keessa jiraatan.
Gammachuun maaliin ibsama? Haaluma ilma namaatiin gammachuun garaagarummaa qaba. Namni tokko tokko jireenyi magaalaa isa gammachiisa. Gariin ammoo baadiyaa jiraatuu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Shimbira Bishaanii: Avocet (Avoset)
Rabbiin guddaan Suuratul Nahl, Suuraa 16ffaa aayaa 79 irratti akkana jedha: Ø£ÙŽÙ„ÙŽÙ…Û¡ يَرَوۡاْ Ø¥ÙÙ„ÙŽÙ‰ Ù±Ù„Ø·Ù‘ÙŽÙŠÛ¡Ø±Ù Ù…ÙØ³ÙŽØ®Ù‘َرَٰتٖ ÙÙÙŠ جَوّ٠ٱلسَّمَآء٠مَا…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Qamalee Mataa Jibrii (Cotton Top Tamarin)
Wanta Rabbi uumee dachii tana ittiin guute yoo xiinxallinee ilaallu ajaa’iba heddu agarra. Nama qalbii isaa haalaan banee wantoota kanniin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeeydaa barattoota 110 eebbisiise.
Rufaida Women’s Foundation Guyyaa har’aa Waxabajjii 19-10-2014 (June 26, 2022) barattoota Sagantaa (Diploama in Islamic Study) tiin barsiisaa ture eebbisiise.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Seenaa Gabaabaa Perezdaantii Majlisa Oromiyaa
Sheikh Jamaal Muusaa Jiloo jedhaman. Sheikh Jamaal bara 1955 A.L.I Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti dhalatan. Barnoota shari’aa –…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Iddoon Dorgommiin Qur’aanaa itti geggeeffamu Istaadiyeemii Finfinnee irraa jijjirame
Dorgommiin Qur’aanaa Idil addunyaa yeroo jalqabaatiif jimaata irraa jalqabee Itiyoophiyatti geggeeffamaa jiru, sagantaan cuffinsaa guyyaa boruu Istaadiyeemii Finfinneetti geggeeffama jedhamee…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Saatalaayitii
Biyyi teenya Itiyoophiyaan waggaa sadi dura, saatalaayitii takka gargaarsa mootummaa Chaaynaatiin gara hawaa erguun isii beekkameera. Saatalaayitiin observatory taate ykn…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Biyyoota Buna Dhuguun keessatti yakka ture
Yeroo ammaa kanatti buna dhuguun baramaadha. Dhugaatii haalaan jaalatamus taheera. Namni hundi buna dhuguu baatus mana hunda keessatti bunni ni…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Waraana addunyaa lammaffaa
Lola Raashiyaa fi Yukreen jiddutti geggeeffamaa jiru dabalatee walitti gaarrifannaan Iraanii fi Ameerikaa jiddutti yeroo heddu mudate, akkasumas Chaayinaan iddoola…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Meeshaawwan Ilma namaatiin hojjatamanii kanneen saffisa guddaa qaban
Yeroo haalaan dhiphatte tana dhaqqabuuf jecha ilmi namaa teknolojii garagaraa hojjachutti jira. Inni kaleessa dhageenye arra jijjiiramee sadarkaa biraa irra…
Guutuu Dubbisi »









