-
Og-Barruu

Afriikaa Kibbaa
Biyyoonni addunyaarra jiran aadaa fi duudhaa mataa isaanii qabu. Wantoota biyyoota biraa irraa adda isaan taasisus ni qabu. Aadaan biyya…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Haroo Baykal
Lafti irra jiraannu tun irra caalaan isii bishaaniin uwwifamee jira. Lafa tanarraa Parsantii 71.6 kan ta’u qaamma bishaaiiti. Kan hafe…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Muduraalee qaqqaalii
Dachii tana keessa wantoota qaqqaalii heddutu jira. Gariin makiinaa, kaanis sa’aatii harkaa gatii haalaan qaalii taheen wayta bitatu argineerra. Garuu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Diskas
Qaamman bishaanii keessa uumama lakkaawamnee hin dhumne hedduutu jira. Uumamni barruu tana keessatti ilaallus galaana keessatti kan argamu yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Iddoowwan Xayyaarri irra hin balaliine
Jaarraa tokko dura addunyaan tun akka har’aa hin turre. Haalli jiruufi jireenya ummataa, guddinni teknoolojiifi qarominni addunyaa hedduu booddetti hafaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Miirkaat
Sanyiin uumama kanaa gosti 3 kan jiru yoo ta’u, garaagarummaa rifeensaa malee qaamni isaanii walfakkaataadhaa. Miirkaat hoosiftoota xixiqqaa keessatti ramadama.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Yaalii xiyyeeffannoo barattootaa dabaluudhaaf Chaayinaan godhaa jirtu
Baruumsi madda qaroominaati. Biyya jijjiiruu keessatti gumaatni inni qabu guddaadha. Nama barateetu waa adda baafatee beeka. Nama beekutu waa dalaguu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Dhahannaa Onnee
Qaamni ilma namaa hundi dalagaa uumameef qaba. Akkasuma qaamni hundi eega sa’aa dheeraaf dalagee booda boqonnaa fudhata. Kanaaf Rabbiin halkan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Biyyoota maqaa jijjiiratan
Ilmi namaa seera uumamaa dhiisee seera ofii baaseen eega of bulchuu jalqabee booda nageenyi addunyaa tanaa boorawaa dhufe. Biyyoonni yeroo…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Proboscis Monkey (Qamalee funyaan Kumbii)
Uumama Rabbiin keenya uume lakkoofne fixuu hin dandeenyu. Wanti hundi bifa fi sanyii garagaraa qaba. Garbuun gosa garagaraa qaba, qamadiin…
Guutuu Dubbisi »








