-
Odeeyfannoo Biyyaa

Munshiid Haaj Aloo Kabiir Umar gama ganda Aakiraatti godaanan
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN Munshiid Haaj Aloo Kabiir Umar dhukkubii yeroo dheeraa irra tureen gama fuula RABBII deemuun…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Shirkiin Zulmiidha!
Haqni Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa gabroota irraa qabu, isa qofa gabbaruudha. Mu’aaz ibn Jabal akka gabaasetti Rasuulli ((SAW)) akkana jechuun…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Wanta facaastan san argitanii?
Rabbiin ol ta’e akkana jedha:“Wanta facaastan san argitanii? Isintu biqilcha moo kan biqilchu Nuhi? Osoo feenee caccabaa gooneetiin kan gaabbitan…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Warroonni iimaanni isaanii xiqqoo Qananiitti ni gammaduu, yemmuu rakkoon isaan tuqxu abdii kutu
Warroonni iimaanni isaanii xiqqoo Qananiitti ni gammaduu, yemmuu rakkoon isaan tuqxu abdii kutuÙˆÙŽØ¥ÙØ°ÙŽØ§ أَذَقْنَا النَّاسَ رَØÙ’مَةً ÙÙŽØ±ÙØÙوا بÙهَا Û– ÙˆÙŽØ¥Ùنْ…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Sadarkaa guyyoota Kurnan ZulHijjaa
Guyyaan Har’aa Zulqi’daa 23, 1442.Iidal Ad-haaf guyyaa 17 waan hin caalletu hafe. Guyyaa 7 booda baatii tana xumurree ZulHijjaa tti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Baankiin Zamzam Magaalaa Finfinneetti Dameewwan lama kan biroo bane
Baankiiwwaan Islaamaa tajaajila sirna Faayinaansii dhala irraa walaba ta’e Keennuuf biyyatti keessatti hundeeffamaa jiran jidduu, ji’a tokko dura hojii jalqabuu…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu Addunyaatti Talaalliin COVID-19 Dooziin Biliyoona 3 ol keennamuu gabaafame
Guutuu addunyaatti Talaalliin COVID-19 Dooziin biliyoona 3 ol kan keenname yoo ta’u, Chaayinaan doozii biliyoona 1.21 keennuun, Akkasumas Indiyaan miliyoona…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Rabbiin sadarkaa gabroottan isaa akka armaan gadiitti ibsa
Ø«ÙÙ…ÙŽÙ‘ أَوْرَثْنَا Ø§Ù„Ù’ÙƒÙØªÙŽØ§Ø¨ÙŽ Ø§Ù„ÙŽÙ‘Ø°Ùينَ اصْطَÙَيْنَا Ù…Ùنْ Ø¹ÙØ¨ÙŽØ§Ø¯Ùنَا Û– ÙÙŽÙ…ÙنْهÙمْ ظَالÙÙ…ÙŒ Ù„ÙّنَÙْسÙÙ‡Ù ÙˆÙŽÙ…ÙنْهÙÙ… Ù…ÙÙ‘Ù‚Ù’ØªÙŽØµÙØ¯ÙŒ ÙˆÙŽÙ…ÙنْهÙمْ سَابÙÙ‚ÙŒ Ø¨ÙØ§Ù„Ù’Ø®ÙŽÙŠÙ’Ø±ÙŽØ§ØªÙ Ø¨ÙØ¥Ùذْن٠اللَّه٠ۚ ذَٰلÙÙƒÙŽ…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa Biyyoonni hiyyeeyyiin talaallii Covid-19 dhabaa jiru jedhe
Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa akka ibsetti, Biyyoonni hiyyeeyyiin talaallii Covid-19 karaa sagantaa gargaarsa talaallii “Covax” jedhamuutiin hamma tokko argatanii kan turan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waldaan Islaamaa Imaamuu Bukhaarii Barattoota 274 kan Tafsiira Qur’aanaa fi Afaan Arabaan leenjii keennafi ture Eebbisise
Waldaan Islaamaa Imaamuu Bukhaarii barattoota Tafsiira (hiikaa) Qur’aanaa barsiisaa ture marsaa lammaffaaf, akkasumas barattoota Afaan Arabaa barsiisaa ture marsaa tokkoffaaf…
Guutuu Dubbisi »










