-
Odeeyfannoo

Itoophiyaatti hammi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii % 12.8 dabaluu ibsame
 Ityoophiyaatti hammi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii % 12.8 dabaluu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiise. Weerarichi sadarkaa idil addunyaatti % 2,…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Istighfaaraa (dalagaa fi yaada hamtuu irraa Rabbitti maganfachuu) heddummeessuun duniyaa fi aakhirattis bu’aa qaba
Rabbiin keenna Hadiis Alqudsii keessatti akkas jedha: “Yaa gabroottan koo! Isin halkaniifi guyyaa ni dogoggortu. Animmoo badii hundaa nin araarama.…
Guutuu Dubbisi » Jannatni nama amala gaarii harkifti, azaabni ammoo faallaa saniiti
Rasuulli Rabbii (SAW) maaltu heddumminaan jannata nama seensisa jedhamanii gaafatamnaan akkana jedhan: “Irra hedduu wanni jannata nama seensaa taqwaa Rabbii…
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo

Manni Marii olaanaan Dhimmoota Islaamummaa Bulchiinsa magaalaa Bishooftuu Yaa’ii Idilee 1ffaa geggeesse
Manni marichaa Yaa’ii Idilee isaa tokkoffaa kan bara kanaa gurraandhala 28,2013 iddoo keessummoonni fi miseensonni mana marichaa argamanitti gaggeesse. Ajandaaleen…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Prezedantiin Taanzaaniyaa Covid-19 qabamuun Keeniyaatti yaalamaa jiraatuu gabaafame
Prezedantiin Taanzaaniyaa Joon Magufuliin Covid-19 qabamee hospitaala Keeniyaatti yaalama kan jiru yoo ta’u, haala lubbuu isaatiif yaaddessu keessa jiraachuullee hogganaan…
Guutuu Dubbisi » -
Kaanaadaa

Hawaasni Oromoo magaalaa Edmonton Gamoo Masjiida Ansaarii fi Wiirtuu islaamaatiif oolu bitan
Hawaasni Oromoo biyya Kaanaadaa magaalaa Edmonton jiraatu akka beeksisanitti, Gamoo Masjiida Ansaarii fi Wiirtuu Islaamaatiif oolu, Doolaara miiliyoona lamaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Dubbii dubbii cufa Caaltu
Hadiisa Abuu Zarri odeyseen Sahaabaan Ergamaa Rabbii ((SAW) ) “haasawa kamtu caala? Mee maal dubbiif filanna?” jedhanii gaafatan. Ergamaan Rabbii((SAW)…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Warra Jannataa !
Ergamaan Rabbii ((SAW)) akkana jedhan: “Gareen jalqaba jannata seenu suuraa ji’a halkan goobanaa irratti(fakkaatan). Warri isaanitti aanan immoo akka urjii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Haleellaa Boombii hidhattoonni Huusii mana hidhaa keessatti raawwataniin lammiileen Oromoo 300 ol ajjeefaman
Baqattoonni Oromoo Biyya Yaman keessa jiran OMN’tti akka himanitti, haleellaa Alhada har’aa milishoonni Huusii mana hidhaa magaalaa Sana’aa keessatti raawwataniin,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Talaalliin COVID-19 miliyoona 2.2 Itoophiyaa seene
Talaalliin Vaayirasii Koroonaa ittisuuf oolu kan marsaa jalqabaa ganama harraa Itoophiyaa kan seene yoo ta’u, Talaalliin kun Jaarmaya walta’iinsa idil-addunyaa…
Guutuu Dubbisi »









