-
Odeeyfannoo Biyyaa

Madrasaan Arridwaan Marsaa 5ffaaf Barattoota 36 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise
Madrasaan Arridwaan kan magaalaa Assandaabootti argamu guyyaa harraa barattoota Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture 36, Marsaa 5ffaaf Eebbisiisuu gabaafame. Madrasaan kun…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Qajeelfama
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin.Ø¥ÙÙ†ÙŽÙ‘ هَـٰذَا Ø§Ù„Ù’Ù‚ÙØ±Ù’آنَ يَهْدÙÙŠ Ù„ÙلَّتÙÙŠ Ù‡ÙÙŠÙŽ أَقْوَمÙQur’aanni kun kara isa sirrii taate sanitti…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Towbaa
Namni akka malee hoongawe nama Rabbiin hulaalee Jannataa isaaf banee, inni ammoo didee Rabbi Khallafee badii dalagu.“Yaa Gabroottan kiyya kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waldaan Tokkummaa Muslimoota Magaalaa Jimmaa fi Naannawa isii Hundeeffame
Hawaasni muslima magaalaa Jimmaa fi naannawa isii guyyaa harraa walitti dhufuun marii tokkummaa hawaasa Muslimaa irratti xiyyeeffate geggeessuun, Waldaa Tokkummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Qur’aana hanga dandeenyeen qomatti haa qabannuu
Rasuulli (SAW) akkana jedhan:- “Namni qur’aanarraa waa takkallee haffazee qomaa hin qabne akka mana onee badeeti”وعن ابن عباس رضي الله…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Omaan, Ityoophiyaa dabalatee imaltoonni biyyoota 10 irraa dhufan gara biyya isii akka hin seenne dhoorkite
Omaan weerara Covid-19 ittisuuf to’annoo kan cimsite yoo tahu, haaluma kanaan torbaan lamaaf Ityoophiyaa dabalatee lammileen biyyoota 10 irraa garas…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

DOYDHUMMAA: Waan lubbuu ilma namaa fokkisee ajjeesu
Hayyoonni Islaamaa akkana jedhan- Islaamummaa keessatti, Warroonni Milkaa’an warra lubbuu isaanii doydhummaa irraa tiksanii walaba basuun, gama waa arjoomutti lubbuu…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Waan qalbii nama goggoysu
Nabi Muhammad((SAW)) akkana jedhan: “waa afur goggogina(qalbii) irraahi: ijji imimmaan irraa goguu, qalbiin goguun, hawwiin dheerachuufi duuniyaa irratti bololuudha.”jedhan. Rakkoolee…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Lubbuun takkallee eessattii fi haala kamiin akka duutu hin beektu!
Lubbuun hundinuu du’a dhandhamtuudha, garuu lubbuun takkallee eessattii fi haala kamiin akka duutu hin beektu!Rabbiin ol tahe Qur’aana isaa keessatti;…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Eebba Kitaaba Seenaa Shanan Gibee geggeeffamaa jira
Kitaabni Seenaa Shanan Gibee jedhu kan Injineer Ustaaz Gaalii Abbaabooriin qophaa’e Sabtii har’aa, magaalaa Jimmma galma Yunivarsitii Jimmaa keessatti haala…
Guutuu Dubbisi »










