-
Ibaadaa

Ibaadaan Qeebalamuuf ulaagaa qabdii?
Eeyyeen ulaagaa sadiin Ibaadaan Qeebalamti. 1. Rabbitti amanuu(tokkichoomsuu) 2. Rabbi qofaaf godhuu 3. Akka ergamaan Rabbii Muhammad(SAW) dalaganitti raawwachuu qabna.…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Dhaabbileen Muslimaa Dararaa Faransaay Muslimoota irratti raawwattu dhaabsisuuf UNtti iyyannoo galchan
Dhaabbileen 36 mootummaan ala tahan kunniin biyyoota 13 irraa kan walitti dhufan yoo tahu, Manni Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen Boordii Hoji Raawwachiistuu Majlisa Federaalaa, rakkooleen Majlisa keessa jiran hatattamaan akka furaman gaafate
Koreen kun yaa’ii idilee isaa tokkoffaa guyyoota lamaaf geggeessee xumuruu ibse. Yaa’ii kana irratti bakka bu’oonni koree hoji raawwachiistuu Majlisa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Muhaadaraa guddaan magaalaa Dirree Dhawaatti geggeeyfame
Sagantaa Muhaadaraa Magaalaa Dirree Dhawaa keessatti Alhada har’a mata duree “tokkummaa fi jaalala” jedhuun gaggeeyfame kana irratti ulamaa’ota, du’aatotaa fi…
Guutuu Dubbisi » Ajaajni Allaah yaadaa fi qajeelfama namuutiinuu hin jijjiiramu
Namni waan Rabbiin eeyyame dhoorguu keessatti yookaan Waan Rabbiin dhoorge eeyyamuu keessatti beektotaan yookaan hoggantootaan bule dhugumatti Gabbaramtoota isaan godhate.…
Guutuu Dubbisi »Ikhlaasa fi mutaaba’aa (Ergamaa Rabbii hordofuu)-Gali Abbaa Boor
Madaalli dalagaa ilma namaa hunduu niyyaa irratti hundaa’a. Niyyaa bakka lamatti qooduun ni danda’ama. Isaanis: Ikhlaasaafi niyyaa dalagaa ittiin adda…
Guutuu Dubbisi »-
Akhlaaqa

Namni Rabbiin isa jaalate dachii fi samittis jaalalatu labsamaaf
Namni Rabbiin isa jaalate dachii fi samittis jaalalatu labsamaaf. Kan Rabbi biratti jibbames akkasuma.Hadiisa Abuu Hureyraan odeesse keessatti Nabiyyiin ((SAW))…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Marii walii gala Ulamaa Majlisa Oromiyaa eenyufaaf aangoo kenne?
Manni marii waliigala Ulamaa Majlisa Oromiyaa kibxata kaleessaa galma aadaa Oromoo magaalaa Finfinneetti argamutti yaa’ii idilee gaggeesse. Yaa’icharratti Ulamaan godinaalee…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Tawhiidni (Rabbiin tokkoomsuun) haqa Rabbiin Gabroota irraa qabu
Rabbiin ol ta’e ni jedhe:{وَمَا خَلَقْت٠الْجÙÙ†ÙŽÙ‘ وَالْإÙنْسَ Ø¥Ùلَّا Ù„ÙÙŠÙŽØ¹Ù’Ø¨ÙØ¯ÙونÙ} [الذاريات: 56]“Ani jinnootaafi namootas ana haa gabbaraniif malee hin uumne.”[Azzaariyaat:…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ibsa Ijjannoo walga’ii Mana Marii Ulamoota Majlisa Oromiyaa galma aadaa Oromootti geggeeffamee
1.Nageenya biyyaafi lammii eegsisuun dirqama nama hundaati. Kanaafuu akka ummanni Muslimaa hunduu nageenyaafi tasgabbii eegsisuu irratti hirmaatu waamicha keenya dabarsina.…
Guutuu Dubbisi »








