-
Og-Barruu

Barbaachisummaa amala gaarii
(Ustaaz Gaalii Abbaa Boor)Amala jechuun haala nama keessa sirriitti gadi seenee osoo baay’ee itti hin yaadin hojiin isarraa madduudha.Hojiin amala kana irraa maddu…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Briteen keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 3 dabre
Briteen keessatti akaakuun vaayirasii koroonaa haarayni argamuu eega gabaafamee boodaa, weerarri vaayirasichaa haala hamaa taheen babal’ataa jira. Haaluma kanaan torbaan…
Guutuu Dubbisi » -
Salaata

TAYAMMUMA
Bakka bishaan hin jirretti TAYAMMUMA goonee akka Salaatnu ajajamnee jirra. Tayammumni bakka Wudu’aa bu’a. Biyyee qulqulluu laallee, shanacha lamaan irra…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Diliin akka sirraa dhiqamtu ni feetaa?
Hadiisa Abuu Hureeyraan odeesse kan Muslim gabaase keessatti Ergamaan Rabbii (saw) sahaabaadhaan akkana jedhan: “Mee wahiin isin gaafadhaa, osoo mana…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Sudaan Israa’el waliin Hariiroo Dippilomaasii tolfachuuf waliigaltee maallateessite
Mootummaan Sudaan , Waliigaltee jaarsummaa Ameerikaatiin biyya isaa fi Israa’el jiduutti hariiroo diplomaasii tolchuuf dhiyaate mallatteessuu ibse. Ministeerri haqaa biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii guutuu Addunyaatti Miliyoona 85 dabre
Gabaasni Yuunivarsiitii John Hopkins irraa argame, guutuu addunyaatti lakkoofsi namoota COVID-19’N qabamanii 85,899,563 , lakkoofsi namoota du’anii immoo 1,858,412 dabru…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Biyyoonni Khaliij al-Arab waliigaltee “Tumsaa fi Tasgabbii” jechuun moggaasan mallatteessan
Korrii idilee Biyyoota Galoo Galaana Arabiyaa (Khaliij al-Arab) Kibxata har’aa Sa’uudii magaalaa al-Ulaa jedhamtu keessatti kan jalqabame yoo tahu, hogganaan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Islaamummaa fi Nageenya
“Qaamota tokko tokkoon Islaamummaan amantii waraanaa godhamee fudhatama. Islaamummaan dhimma nageenyaatiif kan hin dhiphanne godhanii kanneen lakkaa‘anis hedduudha. Dubbichi garuu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Breaking News: Sa’uudii fi Qaxar daangaa hunda walii banuuf walii galan
“‹Ministeerri haajaa alaa Kuweeyt galgala kana akka beeksisetti, Sa’uudii fi Qaxar daangaa lafaa, galaanaa fi qilleensaa hunda halkan har’aa irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Rahmata nuuf kenname
Qophii-Jaafar Bayaan Rabbiin ol tahe Nabiyyii salallaahu aleeyhi wasallam rahmata aalama hundaaf godhee erge. Rasuulli (SAW) waa’ee isaa hoggaa dubbatu,…
Guutuu Dubbisi »










