-
Afrikaa

Magaalaa Finfinnee Masjida Taqwaatti, Ummanni Muslimaa duula Jibbaa Islamummaa fi Ergamaa Rabbii irratti Mootummaan Faransaayi jalqabe Balaalefate
Guutuu Addunyaatti ummanni muslimaa duula Jibbaa Islamummaa fi Ergamaa Rabbii irratti Mootummaan Faransaayi jalqabe Balaleefachuu fi akkasumas biyyoota Muslimaa hedduu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeera Paakistaan Prezdaantiin Faransaay jibbiinsa islaamummaa babal’isaa jira jedhe
Muummichi Ministeera Paakistaan Imraan Khan fuula twitter isaa irrati, Prezdaantiin Faransaay Imaanu’el Makroon yakka ajeechaa raawwatametti fayyadamee jibbiinsa Islaamummaa babal’saa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Faransaayiitti dararaan Muslimoota irratti raawwatamu hammaate
Prezdaantiin Faransaayi torbaan lamaan dura “yeroo ammaa kana Islaamni gaaga’ama keessa jira. Kana ammoo biyya teenya keessatti arguu hin barbaannu”…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Falasxiinonni Suudaan waadaa cabsuun Israa’el waliin hariiroo tolfachuuf murteessuun isii kan isaan gaddisiise tahuu ibsan
Prezdaantiin Ameerikaa Donald Tramp ibsa Jum’aa har’aa kenneen Suudaan fi Israa’el hariiroo tolfachuuf walii galanii jiru jedhe. Kanuma hordofuun bulchiinsi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 40 dabre
Vaayrasiin koroonaa Chaayinaa magaalaa Wuhaan keessaatti ji’a sagal dura mul’ate, guutuu addunyaa keessa tamsa’uun hanga ammatti lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Namtichi Kaartoonii Nabi Muhammad maqaa balleessu tolchuun barattootatti agarsiise Faransaay keessatti ajjeefame
Namtichi lammii Faransaay tokko jalqaba ji’a kanaa Kaartooniii Nabi Muhammad maqaa balleessu tolchuun barattootatti agarsiisuu isaatiin, hawaasni muslimaa biyyattii keessumattuu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

“Rabbiin nama jaalatu qormaata itti baay’isa”
“Rabbiin nama jaalatu qormaata itti baay’isa” himni kun hangam nama qabbaneessa. Hima, rakkoo mudannu mara keessaa akka baanu nu abdachiisu.…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Osoo hundi keenya qaceellee waan tahu beytuu?
Ajaa’iba. Osoo dhugaan waan ergamaan Rabbii(SAW) nuttiin dhufe qalbiin teenya amantee, osoo dhugaan ajaja Rabbii fudhannee waan dhoorkamnerraa fagaannee silaa…
Guutuu Dubbisi »










