Akhlaaqa
-
Jaarsaa fi Jaartiin iccitii walii baasuun taatii?
Lakkii hin taatu, Haraami. Rabbi biratti kun yakka hamaadha. Wal qunnamtii saalaa irraa kaasee waan jiraa mara Jaarsi iccitii Jaartii…
Guutuu Dubbisi » -
Haqqiin Haadhaa fi Abbaan ilmaan irraa qaban haalaan jabaata!
Islaamummaa keessatti haqqiin Haadhaa fi Abbaan ilmaan irraa qaban haalaan jabaata!Rabbiin ilma namaa Haadhaa fi Abbaa ajajamuu fi isaan kabajutti…
Guutuu Dubbisi » -
Warroonni iimaanni isaanii xiqqoo Qananiitti ni gammaduu, yemmuu rakkoon isaan tuqxu abdii kutu
Warroonni iimaanni isaanii xiqqoo Qananiitti ni gammaduu, yemmuu rakkoon isaan tuqxu abdii kutuÙˆÙŽØ¥Ùذَا أَذَقْنَا النَّاسَ رَØْمَةً ÙَرÙØÙوا بÙهَا Û– ÙˆÙŽØ¥Ùنْ…
Guutuu Dubbisi » -
Nafsee ofii karaa Rabbii irratti leenjisuu
Nafsee ofii karaa Rabbii irratti leenjisuu fi badii fi amala gadhee irraa qulqulleessuun furtuu milkaa’inaati. Namni nafsee ofii qulqulleesse ni…
Guutuu Dubbisi » -
Al-Yaminul Ghamuus (Kakuu Kijibaa)
Kakuu kijibaa jechuun haqa nama biraa fudhachuuf wanta darbee irratti osoo beekanu kakachuudha. Zuur, Faajirah jedhamuunis ni waamama. Kakuun kijibaa…
Guutuu Dubbisi » -
Kabajaa Muslimaa Eeguu
Guyyaa tokko Umar Ibn Al-Kaxxaab(RA), Abdullah Ibn Mas’uud(RA) waliin halkaniin manaa bahan. ibiddaa fagoo boba’u argan. Ifa ibidda sanii hordofuun…
Guutuu Dubbisi » -
Bara dheengaddaa jaallan waliin soommanaa baane meeqa if biraa dhabne?
Duuti saamtuudha. Nama hedduutu biyyee uffatee, Rabbii isaatin wal gahe. Rabbi haa araaramuuf, Jannataan Rabbi haa qananiisu.Nus gaafa asii godaannu…
Guutuu Dubbisi » -
Dhiifama waliif haa goonu
Dhiifama waliif haa goonu. Dhiifamaas wal haa gaafannu. Nama hin miidhin! Dogoggoraan yoo miidhaa nama irra geessite immoo dhiifama gaafatuu…
Guutuu Dubbisi » -
Kijibaan maqaa wal xureeysuurraa haa if qusannuu
Rasuulli (SAW) “Namni kijibaan maqaa namaa balleeysu jannata hin seenu”Jedhan. وعن ØذيÙØ© رضي الله عنه قال”:” قال رسول الله صلى…
Guutuu Dubbisi » -
Shakkii malee Qiyaaamaan ni dhufti!
Akkuma garru kana taphaafi qoosaan Social Media fudhatee jira. Namni waa’ee Rabbii urgeeffatee raabsu muraasa. Keessattuu TikTok irraa baasa dhageenya.…
Guutuu Dubbisi »