Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-
Biyyoota Buna Dhuguun keessatti yakka ture
Yeroo ammaa kanatti buna dhuguun baramaadha. Dhugaatii haalaan jaalatamus taheera. Namni hundi buna dhuguu baatus mana hunda keessatti bunni ni…
Guutuu Dubbisi » -
Waraana addunyaa lammaffaa
Lola Raashiyaa fi Yukreen jiddutti geggeeffamaa jiru dabalatee walitti gaarrifannaan Iraanii fi Ameerikaa jiddutti yeroo heddu mudate, akkasumas Chaayinaan iddoola…
Guutuu Dubbisi » -
Meeshaawwan Ilma namaatiin hojjatamanii kanneen saffisa guddaa qaban
Yeroo haalaan dhiphatte tana dhaqqabuuf jecha ilmi namaa teknolojii garagaraa hojjachutti jira. Inni kaleessa dhageenye arra jijjiiramee sadarkaa biraa irra…
Guutuu Dubbisi » -
Kowaalaa (Koala)
Rabbiin keenya dachii tanarratti uumama adda addaa, haalaa fi amala garagaraa qaban uumee jira. Nutis uumama dachii tana guutuu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Ooyruu fooqii irratti jaaramee midhaan irraa oomishamu quba qabduu?
Rabbiin ilma namaa waa heddu badhaasee, waa hedduun qananiise. Waan Rabbiin ilma namaa badhaase keessaa wanti sammuu gahaa hin jiru…
Guutuu Dubbisi » -
Gammoojjii Kalahaarii
Jechi ingiliffaan kan ‘Desert’ jedhu, hiikaan isaa OOWWA jechuu qofaa miti. Afaan ingiliffaatiin, lafti lubbu qabeeyyiin irra hin jiraannes Desert…
Guutuu Dubbisi » -
Hagfish
Qaamman bishaanii keessa gad fagaannee yoo deemne, uumama ajaa’ibaa heddu argina. Uumama akkaan sodaachisaa fi haalli isaa hundi namaa hin…
Guutuu Dubbisi » -
Nama eega waraanni goolabamee booda waggaa 30 kophaa isaa qabsoo irra ture
Hiroo Onodaa jedheama. Lammii Jaappaaniiti. Bara 1922 dhalate. Waggaa 20 booda bara 1942tti waraana Jaappaaniitti makame. Hiroon ergama waraanaa addaatiif…
Guutuu Dubbisi » -
Jellyfish
Uumamni barruu tana keessatti ilaallu Jellyfish jedhamuun beekama. Maqaa ‘fish’ yookaan ‘qurxummii’ jedhamuun yaamamus, uumamni kun qurxummiidhaa miti. Qaamni isaa…
Guutuu Dubbisi » -
Chamois (Shaamiyas)
Bineensi barruu tanaan ilaallu maatii bovidae jedhamu keessatti ramadama. Maatiin Bovidae kun uumama akka hoolaa fi re’ee of keessaa qaba.…
Guutuu Dubbisi »