Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-
Bineensa Hin Dulloomne
Bineensi kun Naked mole rat jedhama. Naked mole rat jechuun, Afaan Oromootiin Hantuuta moluu qaama qullaa jiru jechuudha. Qaamni isaa…
Guutuu Dubbisi » -
Gama Hawaa Yoo Imaluu Feete Afaan Raashiyaa Baruu Qabda
Addunyaan tun buburreedha. Wanti heddu faallaa ilmi namaa yaaduun argamu danda’a. Fakkeenyaaf Atomikiin jalqaba gaafa oomishamu akka ilmi namaa ifaa…
Guutuu Dubbisi » -
Ameerikaan Allaattii Kana Maaliif Mallattoo Godhatte?
Ardiin Ameerikaa tun bal’oo waan taateef haala qilleensa hunda of keessatti qabatteerti. Oowwa uffata nama baafachiisurraa kaasee, haga qabbana kottee…
Guutuu Dubbisi » -
Allaattii Sheeyxaanaa
Maqaan uumama kanaa Anhinga jedhama. Anhinga jechuun akka afaan ummata Tuupii kan Braazil keessa jiraataniitti, Allaattii sheeyxanaa ykn ammoo Allaattii…
Guutuu Dubbisi » -
Taphni Olompiikii Duraan Ayyaana Amantii Ture
Addunyaan arraan tana waggaa afur afuriin dorgommii ispoortii garagaraa geggeessiti. Dorgommii kanarratti biyyoonni addunyaa hundi waan irratti hirmaataniif hawwii guddaan…
Guutuu Dubbisi » -
Bineensa Osoo Walqunnamtii Wal Hormaataa Raawwatu Du’u
Awustraaliyaa keessa bineensota Marsupial jedhamuun beekaman hedduutu jiru. Bineensonni kunniin laphee isaaniirraa korojoo ilmoolee keessatti guddisan qabaachuudhaan beekkamu. Sanyiiwwan kanniin…
Guutuu Dubbisi » -
Qamaleen Kun Maaliif Arraba Baasa?
Uumamni kun Emperor Tamarin jedhama. Emperor Tamarin Sanyii qamaleeti. Sanyiilee qamalee xixiqqaa jedhaman keessaalle isa tokko. Uumamni kun biyyoota Ardii…
Guutuu Dubbisi » -
Filiippiin Keessatti Bultii Diiguun Muslimoota Qofaaf Hayyamama
Waan ilmi namaa haalaan barbaadu keessaa inni tokko waahela jireenya argatee bulti ijaarrachuudha. Bulti ijaarrate san keessaa ilmoo horee sanyii…
Guutuu Dubbisi » -
Dhiiga Dahabaa/Warqii Beeytuu?
Ilmi namaa dhugumatti uumama ajaa’ibaati. Rabbiin keenyas ilma namaa haala bareedaa irratti uumne jedhee bakka heddutti nuu hime. Mee waan…
Guutuu Dubbisi » -
Kormaa hanqaaquu hammatee ilmoolee guddisu
Allaattiin kun Rhea (Riyaah) jedhama. Riyaan sanyiiwwan allaattii Ameerikaa kibbaa keessatti argaman keessaa isa guddaadha. Uumamni kun naannawa margaan uwwifame…
Guutuu Dubbisi »