Tafakkur

Tafakkur

Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.

  • Veenas/Venus

    Veenas Aduu irraa Meerikuritti aanuudhaan lammaffaa irratti argamti. Dachiin irra jirru tun ammoo Sadaffaa irratti argamti. Veenas Wantoota Hawaa kana…

    Guutuu Dubbisi »
  • Maars

    Pilaaneetoonni ilmi namaa hanga ammaatti argama isaanii qajeellotti beeke sagal yoo tahan, hundi isaaniituu kan jiraachuun isaanii saayinsii qabatamaan mirkanaawe.…

    Guutuu Dubbisi »
  • Urunguu

    Uumamni har’aaf isinii filadhe sanyii Simbirrooti. Simbirroon tunis Urunguu jedhamti. Simbirroonni heddu [cm_tooltip_parse][/cm_tooltip_parse]Urunguu ni sodaatu. Kanaaf yeroo heddu namoonni mana…

    Guutuu Dubbisi »
  • Addeessa

    Uumaa Rabbii keennaa laakkofnee fixuu hin dandeennu. Rabbiin hawaa kana haala ajaa’ibaatiin uumee jira. Uumamni isaa hir’ina takkallee hin qabu.…

    Guutuu Dubbisi »
  • Injifannoo Roomaa fi lafa akkaan gad dhooqaa ta’e

    Jaarraa torbaffaa keessa, yeroo Islaamummaan reefuu dagaagaa jirutti impaayeroota jajjabaa lamatu ture. Isaanis Impaayera Roomaa (Biizaantaayin) fi Impaayera Faars (Parzhiyaati).…

    Guutuu Dubbisi »
  • Lafa (Earth)

    Dachii irra dhaabbannee deemnu, ta qotannee irraa soorannu, ta mana irratti ijaarrannu, gaafa jiruu addunyaa xumurree godaannu ammoo tan itti…

    Guutuu Dubbisi »
  • Dragonfly

    Uumamni  Dragonfly jedhamu kun Afaan Amaaraatiin “Yewuhaa tarb”jedhama. Saayintistoonni uumama kana Ilbiisa  osoo hn taane, Ilbiisa garee odonatan jedhanii waaman.…

    Guutuu Dubbisi »
  • Jeedala

    Uumamni kun biyyoota heddu keessatti, akkasumas naannoowwan garagaraa keessa jiraachuu danda’a. Haalli uumama qaama isaatis, naannoowwan garagaraa waliin wal simee…

    Guutuu Dubbisi »
  • Bineensa ilmoo takka yeroo lama dhalu!

    Bineensi kun Kaangaaroo jedhama. Sanyiin bineensa kanaa baay’inaan Awustraaliyaa keessatti argama. Bineensi kun sanyii Marsupial jedhamu keessatti ramadama. Marsupial jechuun…

    Guutuu Dubbisi »
  • Oselot

    Qophii Abu Ibtisam Bineensi barruu tana keessatti ilaallu sanyii adurree yoo tahu, maqaan isaatis [cm_tooltip_parse][/cm_tooltip_parse]Oselot jedhama. Oselot baay’inaan bosona biyyoota…

    Guutuu Dubbisi »
Back to top button