Awrooppaa
Odeeyfannoo Awrooppaa
-
Ikuwadoor hundeessaa dhaabbata “WikiLeaks” jedhamuutiif lammummaa kennuu beeksifte
Ikuwaadoor Juuliyaan Assanjee hundeessaa weebsaayitii “WikiLeaks” jedhamutiif December 12/2017 lammummaa kennuu beeksifte. Juuliyaan Assanjee bara 2012 irraa eegalee magaalaa London…
Guutuu Dubbisi » -
Sa’udii fi Turkiyaan Muslimoonni Addunyaa Labsii Traamp akka balaleefatan gaafatan.
Mummichi ministeera Turkiyaa Binalii Yildriimii fi Maliikni Sa’udii Salmaan Biin Abduulaziiz, walgahii guyyaa kaleessa magaalaa Riyaaditti geggeessaan irratti biyyoonni lamaanuu…
Guutuu Dubbisi » -
Yakkamaan waraana Boosniyaa tokkoo mana murtii keesstti summii dhugee du’e.
Ajajaa waraana Kiro’aatota Boosniyaa namni ture guyyaa kaleessaa manaa murtii Zeheeg keessatti summii dhugee kan du’e tahuu gabaasni arganne ni mul’isa. Dhaddachi…
Guutuu Dubbisi » -
Mootummaan Sa’udii iiraniin Ingiliizitti himate.
Ilmi Malika Sa’udii Muhammad Bin Salmaan ministeera hajaa alaa Biritaaniyaa Booris Joonson waliin bilbilaan kan haasawan yoo tahu, haasawa isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Qondaalli Mootummaa Dargii tokko Yakka Waraanaatiin Mana Murtii Neezarlaanditti himatame.
Guyyaa kaleessa namni qondala mootummaa Dargii ture kan Isheetuu Alamuu jedhamu, Abbaa Alangaa Mootummaa Neezarlaandiitiin himatamee, mana murtii Zeheeg kan…
Guutuu Dubbisi » -
Ministeeroonni Kaatalooniyaa duraanii saddeet Ispeenitti hidhaman.
Manni murtii Ispeen Ministeeroota Kaatalooniyaa saddeet sababaa labsii Walabummaatti cichaniif kan hidhe tahuu BBC’n gabaase. Ministeeroonni Kaatalooniyaa kunniin ajaja mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Mootummaan Ispeen bulchiinsa Kaatalaan diiguu labse
Parlaamaan Bulchiinsa Kaatalaan juma’aa kaleessaa Ispeen irraa walaba bayuu erga labsee booda, muummichi ministera Ispeen Mariyaanoo Rahoy seeneetii biyyatti walgayii…
Guutuu Dubbisi » -
Paarlaamaan Kaatalaan Ispeen irraa Walaba bayuu labse
Miseensota Parlaamaa 135 keessaa isaan 70 tahan Kaataloon Ispeen irraa akka walaba baatu sagalee isaanii kennan, miseensonni 10 immoo kan…
Guutuu Dubbisi » -
Bulchiinsi Katalooniyaa Wixinee Mootummaa Ispeen kan hin fudhanne tahuu ibse.
Hoogganaan Bulchiinsa Kataloon Karloos Piyugmoont, wixineen Mootummaan Ispeen kutaa Kataloon kallattiin mootummaa jiddu galeessaa jalatti bulchuuf dhiheesse, kan fudhatama hin…
Guutuu Dubbisi » -
Eddoolli Kaaribiyaan Bubbee hamaan dhahamte.
Bubbeen Irmaa jedhamu kun Har’a Eddoola Faransaay kan naannaawa Kaaribiyaatti argamutti gamoowwan heddu barbadeesse. Ministeerri haajaa biyya keessaa Faransaay, Jeeraard…
Guutuu Dubbisi »