Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Waraanni Makkalaakayaa Magaalaa Jimmaa Keessatti ummata irratti dhuukaasuun gabaafame.
Guyyaa hardhaa ummanni magaalaa Jimmaa fi naannawa isii namoota hidhaa irraa lakkifaman Siimatuuf iddoo adda addaa irra waliitti dhufuun Istaadiyoomii…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Hooggantoonni godinaalee fi aanaalee naannoo Kibbaa kanneen dhiheenya waldhabbiin keessatti uumamee ture aangoo isaanii akka lakkisan gaafate.
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara naannoo Sabaa fi sablammoota ummata kibbaatti imaluun magaalota Hawaasaa, Walaayitaa Soddoo fi Walqixxee keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan Alangaa Federaalaa Namoonni hidhamtoota irratti miidhaa hamilee fi qaamaa dhaqqabsiisan kan qorataman tahuu ibse.
Manneen hidhaa biyyattii keessatti namoonni yakkamanii hidhaman sababa qorannoo gaggeessina jedhuun gochi sukkaneessaan isaan irratti raawwatamaa akka ture eega hidhaa…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Zeeynuu Jamaal Komishiinara Poolisii Federaalaa tahuun mudame.
Dhiheenya kana Komishiinara Poolisii Federaalaa tahuun kan muudamee ture Obbo Yareed Zarihuun sabaaba dhibeetiin aangoo irra turuu akka hin dandeenye…
Guutuu Dubbisi » -

Dr Yinnaagar Dasee hoogganaa Baankii Biyyooleessaa tahuun muudame
Dr Yinnaagar Dasee hoogganaa Komishiinii Karoora Biyyoolessaa kan ture yoo tahu, Isniina Kaleessaa Obbo Taklawold Axnaafuu kan yeroo dheeraaf Baankii…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Gareewwan Mormitootaa biyya alaa jiran biyyatti deebi’uun Siyaasaa biyyattii keessatti akka hirmaatan waamicha godhe.
Miseensonni paarlaamaa biyyattii torbee darbe keessa muummichi minnisteeraa haala yeroo ammaa biyyattiin keessa jirtu irratti akka gabaasa dhiheessu gaafatan. Kanuma…
Guutuu Dubbisi » -

Bidiruun Namoota 18 fe’attee laga Awaash cehaa turte dhidhimuun namoota 6 achi buuteen dhabame
Balaa kanaan hanga ammaatti reeffi nama tokkoo kan argame akka tahee fi namoonni 11 ammoo miidhaan cimaan isaan irra osoo…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad ” Mootummaan Gaaffii hawaasni muslimaa kaaseef ummata waliin mari’atee deebisaa keennuf qophiidha”jedhe
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad ayyaana Iid Alfixrii bara 1439tiif dhaamsa baga ittiin isin gahee kaleessa galgala dabarseen, “kutaa biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Naannolee heddu keessatti walitti bu’iinsi hammaachaa dhufuun gabaafame
Weerarri Liyyuu Poolisiin naannoo Soomalee godina Harargee Bahaa aanaa Cinaaqsan keessatti raawwatu guyyaa har’aa itti fufuun namootni afur ajjefamanii lama…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo keessatti ummaanni ganda Guutuu Islaamummatti deebi’e
Jiraattonni ganda Dharriitoo jedhamu torbaan kana keessa bakka Aalimni beekkamaan Sheik Jeeylaan Adanoo fi daa’iiwwan biro heddu argamanitti shahaadaa kan…
Guutuu Dubbisi »










