Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Paartiin KFO Magaaloota adda addaa keessatti waajjira banaa jiraatuun beekame
Paartiin Kongrasii Federaalistii Oromoo (KFO) Magaaloota Godinaalee Oromiyaa keessatti waajjira banaa jira. Paartichi guyyaa har’aa godina Wallaggaa bahaa Aanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Harargee Bahaa Aanaa Cinaqsanii fi Magaalaa Harar keessatti lolli geggeefamaa jira
Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksan keessatti ganama har’aa aradalee heddu weeraruun hawaasa nagayaa irratti dhukaasa banteen,…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Jaamiyatal Bir lammiilee Oromoo Qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamaniif deeggarsa godhe.
Dhaabbanni gargarsaa kun Miseensa koree fala barbaadduu Hawaasa muslimaa kan tahan Sheik Sulxaan Haaj Amaaniin kan hoogganamu yoo tahu, guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jeneraal Sa’ara Mokonnin Hoogganaa Olaanaa Humna Waraanaa tahuun muudame
Muummichi Ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiy Ahimad, Hogganaa Olaanaa Humna Waraanaa Biyyoolessaa kan ture Jeneraal Saamoraa Yuunis kaasuun, Jeneraal Sa’ara Mokonnin…
Guutuu Dubbisi » -

Dooniin Galaana Diimaa irraan gara Yaman imalaa turte dhidhimuun baqattoonni lammiilee Itophiyaa 46 du’an
Baqattootnni Doonii qarqara Yamanitti garagalte keessa turan hundinuu lammiilee Itoophiyaa akka tahanii fi, achi buteen namoota 16 kan dhabame tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaan waldhabdee daangaa Eertiraa waliin qabdu ilaalchisee waliigaltee “Aljeers”haal duree tokko malee kan fudhattu tahuu beeksifte
Koreen hujii raawwachiiftuu ADWUI walgahii idilee guyyaa har’aa geggeesseen murtiiwwan dabarse jidduu, waldhabdee Itoophiyaa fi Eertiraa jidduu waggoota diigdamaa oliif…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree bakka bu’oota ummataa murtee manni Maree ministeerotaa labsiin yeroo muuddamaa akka kaafamu dhiyeessee raggaasise.
Sabtii darbe manni maree ministeerotaa labsiin yeroo muddamaa akka kaafamu murteessuun ni yaadatama, kanuma irratti hundaa’uun manni Maree bakka bu’oota…
Guutuu Dubbisi » -

Breaking News; Labsiin Yeroo muddamaa akka ka’u murteeffame.
Manni maree Ministeerotaa walgahii idilee isaa harra geggeesseen, labsiin yeroo muddamaa akka ka’u murteesseera.
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Sabbataa Masjiida Seeraan galmaaye diiguuf akeekkachiisa baase
Bulchiinsi magaalaa Sabbataa Masjiida Hamzaa kan naannawa Furii jedhamu ganda 04 keessatti argamu guyyaa 7 booda diiguuf akeekkachiise. Bulchiinsi magaalattii…
Guutuu Dubbisi »









