Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Dhalattoonni Soomalee magaalaa Dirree Dhawaa keessa jiraatan mormii geggeessan
Mormiin kun guyyaa hardha salaata Jum’aa booda kan geggeeffame yoo tahu, mootummaa naannoo Soomalee Abdii Ileen hogganamu irratti tahuu odeeyfannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Suudaan lammiilee Itoophiyaa mana hidhaa jiran hiikuuf murteesse
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa kaleessaa Daw’annaa hujiitiif gara Suudaan kan imale yoo tahu, marii guyyaa hardhaa Prezdantii Suudaan…
Guutuu Dubbisi » -

Majliisni Sheekh Diinoo aanaa Jaarsoo Magaalaa Aalleetti argamu Barattoota Eebbisiise.
Sagantaa Eebbaa kana irratti Ulamaa’onni fi keessuummoonni hedduun argamuun qooda fudhatanii jiru 1Sheek Muusaa Su’aala 2Sheek Muhammad Booseysaa 3 Sheek…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri Mormii Godina Gujii Keessatti Guyyaa 3ffaatiif Itti Fufee Jira
Haaromfamuu hayyama dhaabbata MIDROC GOLD hordofuun mormiin godina gujii keessatti jalqabame hardha guyyaa sadaffatiif akkuma itti fufetti jira. Ganamaa hardhaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri Mormii Godina Gujii keessatti guyyaa lammataaf itti fufee jira
Godina Gujii aanaa Horsiisee Bulaa Gooroo Doolaatti, hiriirri dhiimma Haaromsa albuda Laga Daambii ilaalchisee guyyaa kaleessa jalqabe guyyaa hardhaatis…
Guutuu Dubbisi » -

Majliisni Nuurul-Iimaan Baratoota Ebbisiise
Majliisni Nuurul-Iimaan kan Godina Harargee Lixaa aanaa Xuullootti magaalaa Hirnatti argamu guyyaa hardha Sagantaa Eebba Baratootaa geggeesse. sagantaa sagantaa kana…
Guutuu Dubbisi » -

Godinaa Arsii Lixaa magaalaa Qoree keessatti Markazni Zayd Ibn Saabit huffaazota 400 Eebbisiise
Markazni Zeeydi Ibn Saabit Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoree magaalaa Qoree keessatti kan argamu yoo tahu, guyyaa hardhaa barattoota 400…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Gujii Bahaa Aanaalee heddu keessatti ummanni mormii geggeessaa jira
Godina Gujii bahaa Aanaalee Adoolaa, Harqalloo, Shaakisoo magaalaa Haya Diimaa fi magaalota naannawa sanii kanneen biroo keessatti hiriirri mormii gaggeeffamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Ahmaddiin Jabal Ziyaaraadhaaf gara godina Arsii lixaa imale
Ustaaz Ahmaddiin Jabal guyyaa hardhaa gara godina Arsii lixaa imale. Ustaaz Ahmaddiin fuula feesbuukii isaa irratti “Hidhaa Waggaa 5 fi…
Guutuu Dubbisi » -

Madrasaan Ibnul Qayyim kan magaalaa Shaashamanneetti argamu barattoota isaa eebbisiise.
Barattoonni Madrasaa Ibnul Qayyimitti Aalima guddaa Sheekh Alii Buttaa irratti yeroo dheeraaf barataa turan eebbifamaniiru. Sagantaa eebbaa fi cufiinsa madrasaa…
Guutuu Dubbisi »










