Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Gaafii muummichi ministeeraa dhiheesse irratti Dr.Nagarii Leencoo ibsa kenne.
Ministeera dhimmoota Komunikeeshiinii Mootummaa kan tahe Obbo Nagarii Leencoo, Gaafiin mummichi ministeeraa Obbo Haylamariyam Dassaleny hojjii gad lakkisuuf dhiheesse gaaffii…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeera Itoophiyaa Hayilamaariyam Dassaaleny Taayitaa gadlakkisuuf xalayaa galfate
Obbo Hayilamaariyaaam gama Televiziyoona Itoophiyaatiin ibsa kenneen akka jedhetti gaaffiin taayitaa gaddi lakkisuuf dhaabbata isaatii fi ADWUI’n fudhatama akka argatee…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Hidhaarraa Hiikaman
Alhamdulillaah Ustaaz Ahmaddiin Jabal, Ustaaz Ahmad Musxafaa, Ustaaz Muhammad Abaatafii, Khaaliid Ibraahiim. guyyaa har’aa hidhaarraa hiikamaniiru. Aalimni guddaan Godina Booranaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaa KFO Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoonni 6 kan isa waliin hidhaman lakkifamuun gabaafame.
Torbee darbe keessa mootummaan hidhamtoota Siyaasaa fi Namoota dhiimma amantaan hidhamanii adabbiin irratti murteeffame fi dhiimmi isaanii mana murtiitti ilaalamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Raayyaan Ittisa Biyyaa Kaampii Hammarreeysaa Keessatti Lubbuu Nama Hedduu Galaafate.
Waraanni Makkalaakayaa Kaampii Hammarreessaa seenuun ummata naannoo Somaalee irraa buqqifamee achi qubate irratti dhukaasa baneen, miseensa poolisii Oromiyaa tokko dabalatee…
Guutuu Dubbisi » -

Ummata naannoo Soomalee irraa buqqa’e deebisanii ijaaruudhaaf, Jiraattonni magaalaa Riyaad deeggarsa godhan.
Sagantaan deeggarsa walitti qabuu kun dargaggoota Oromoo biyya Sa’udii magaalaa Riyaad keessa jiraataniin kan qophaa’e yoo tahu, hawaasni biyya keenyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Sanada kijibaa irratti mallatteessuu didan.
Ustaaz Ahmaddiin Jabal dabalatee miseensonni Koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa afran mana hidhaa keessatti hafan, sanada dhiifamaa mootummaan akka irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan Alangaa Federaalaa namoonni 746 mana hidhaatii akka lakkifaman kan murtaaye tahuu beeksise.
Namoonni gaaffii mirga amantaa fi yakka adda addaatiin itti murtaa’ee mana hidhaa Federaalaa keessa jiran 417 ‘dhiifamaan’ akka gad-dhiifaman kan…
Guutuu Dubbisi » -

Mujiib Amiinoo Gurraandhala 22/2010f beellamame
Obboleessi keenya kan muslimoota Galmee Eliyaas Khadiir jalatti himataman irratti ragaa dharaa akka bahu gaafatamee diduu isaatii fi akkasumas koree…
Guutuu Dubbisi » -

Barattoonni Kolleejjii Awwaliyaa kafaltii humnaa olii gaafatamne jedhan.
Koleejjiin Awwaliyaa waggoota 13f barnoota Afaan Arabaatiin dubartoota simatee barsiisummaan kan leenjisaa ture yoo tahu, dhiheenyia kana bulchiinsi Majliisni ahbaash…
Guutuu Dubbisi »










