Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Sa’uudii fi Emreets lammiilee Ityoophiyaa heddu biyya isaaniitii baasuuf akka tahe ibsame
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa Dr Liiyaa Taaddasa Gaazexaa Addis Admas jedhamuuf akka himtetti, Sa’uudii fi Emreets lammiilee Ityoophiyaa kumaatamaan lakkaahaman, ofeeggannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan alangaa Waliigalaa Federaalaa Qajeelfamoota raawwii Labsii Yeroo Muddamaa ifoomse
Labsii yeroo muddamaa manni marii ministeeroota dheengadda tatamsaa’a dhibee Vaayirasii Koroonaa ittisuuf labse, miseensoonni paarlaamaa guyyaa kaleessaa kan raggasisan yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee mana manarra deemuun qorannoo dhibee Vayirasii Koroonaa geggeessuuf qophaahuu beeksise
Itti aanaan Kantiibaa magaalaa Finfinnee Taakkalaa Uumaa akka ibsetti, torbee dhuftu irraa eegalee aanaalee Finfinnee hunda keessatti, qorannoon vaayirasii koroonaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Fayyaa Sababa Dhibee Vayirasii Koroonaatiin namni 3ffaa du’uu beeksise
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa galgala har’aa baaseen, dubartiin umrii 65 jiraattuu magaalaa Dukam taate, tan April 6, 2020 Vayirasii Koroonaatiin…
Guutuu Dubbisi » -

Darasoonni magaalaa Gindhiiriitti barataa turan gara maatii isaanitti deebifaman
Dhibee Vaayirasii Koroonaa yeroo ammatti tatamsaa’a jiru ittisuuf , manni marii ulamoota Ityoophiyaa, masjidoonni biyyatti keessatti argaman, akkasumas madraasaan barnoota…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Itoophiyaa Labsii Yeroo Muddamaa raggaasisuuf guyyaa boruutti walgahii ariifachiisaa geggeessa
Mootummaan Ityoophiyaa weerara dhibee vayirasii koroonaa biyyattii keessatti babal’ataa dhufe to’achuuf, labsii yeroo muddamaa labsuu guyyaa kaleessaa beeksisee ture. Haata’u…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaatti Namni Vaayirasii Koroonaan qabame kan biraa tokko argamu Ministeerri Fayyaa beeksise
Namni guyyaa har’aa dhibee kanaan qabamuun mirkana’e dubartii umrii waggaa 65 namoota vaayrasichaan qabaman waliin tuttuqaa qabdu ta’uu Ministirri Ministeera…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Oromiyaa Koree deeggarsa harka qalleeyyiif walitti qabu hundeesse
Majlisni naannoo Oromiyaa, lakkoofsi namoota dhibee Koroonaa Vaayirasiin qabamanii biyyattiitti dabalaa jiraatuu hordofuun, sadarkaa Oromiyaatti koree deeggarsa harka qalleeyyiif walitti…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Aanaa Dirree Salaatni Juma’aa fi Jama’aa masjidaatti akka hin geggeeffamne Murteesse
Godina Booranaa aanaa Dirree magaalaa Meeggaatti hoggantoonni majlisa aanichaa fi Koreen masjidoota guyyaa har’aa marii geggeessuun, April 2,2020 irraa kaase,…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Naannoo Oromiyaa Masjidoonni akka cufaman ajaje
Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Naannoo Oromiyaa(Majlisni), tatamsaa’a dhibee Koroonaa Vaayiras to’achuuf Salaatni Jum’aa fi Jam’aa Masjidatti akka hin geggeeffamne murteesse.…
Guutuu Dubbisi »









