Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Haleellaa Boombii Magaalaa Amboo keessatti raawwatameen namoonni heddu madaayuu ibsame
Itti gaafatamaan Waajjira Bulchiinsa fi Nageenyaa magaalaa Amboo Obbo Hinsarmuu Dalasaa BBCtti akka himetti, ganama har’aa namoota hiriira deeggarsa muummicha…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni magaalaa Finfinnee, walgahiin Hoteela Hayikaanitti geggeeffame kan seeraa alaa tahuu beksise
Hoggantoonni Mana Marii Dhimmoota Islaamaa waliigalaa magaalaa Finfinnee jijjiirama argame hordofuun, haarayatti aangoo qabatan Gurraandhala 9,2012 caasaalee mootummaa sadarkaa Federaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Oromiyaa hojiiwwan ji’oota dabran keessa hojjetaman irratti Miidiyaaleef ibsa kennuufi
Kora waggaa dabre sadarkaa biyyaaleessaatti koreen jijjiirama dhaabilee hawaasa Muslimaa MM Abiy Ahmadiin hundeeffame Hoteela Shaaratanitti geggeesse irratti, Manni Marii…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Maayik Pompiyoo Muummicha Ministeeraa Dr Abiy Ahmad waliin mar’ate
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Maayik Pompiyoo daaw’annaa hojii biyyoota Afrikaa sadi keessatti geggeessaa jiruun, halkan edaa Finfinnee kan seene yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Baddeeysaatti Ulamoota fi Imaamota masjidaatiif leenjiin Keenname
Godina Harargee lixaa magaalaa Baddeeysaatti, ulamootaa fi Imaamota masjida aanaalee Odaa Bultuum fi aanaa Gammachiis irraa walitti dhufaniifi leenjiin hubannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Baatuutti Sagantaan Da’awaa fi Aalima qubsiisuu geggeeffame
Sagantaa kana irratti hawaasa magaalaa Baatuu fi naannoo isiitti argamaniif amantii lameen (Islaamaafi kiristaanaa) wal bira qabuun barumsi guddaan kennameefii…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Salaalee anaa Dharraatti Koreen Majlisaa haarayatti hundaayuu gabaafame
Manni Maree Islaamaa Godina Salaalee guyyaa kudha shan dura magaalaa Fichee keessatti haarayatti hundeeffamuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Manni marichaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Sagantaa Deeggarsa Muslimoota Magaalaa Mooxaatiif geggeessaa ture milkiin xumuruu beeksise
Haleellaa Shororkeessitoonni Naannoo Amaaraa Godina Gojjaam Bahaa Magaalaa Mooxaa keessatti Muddee 10/2012 raawwataniin, Masjiidota dabalatee qabeenyi hawaasa muslimaa heddu barbadaayuun…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Godina Silxee, Gaaffii Ummanni Silxee Godinichi akka naannoo tahuuf dhiheesse sagalee guutuun dabarse
Manni marii godinichaa kora ariifachiisaa har’a gaggeesseen, gaaffii ummanni Silxee godinichi akka naannoo tahuuf dhiheesse irratti eegaa baldhinaan mari’aate booda…
Guutuu Dubbisi »










