Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Sirni Awwaalcha Sheikh Muhammad Amiin Karroo Magaalaa Kabajamtuu Makkaatti Raawwatame
Sirni Awwaalcha Aalima guddaa Biyya keenyaa Sheikh Muhammad Amiin Karroo galgala har’aa Magaalaa Kabajamtuu Makkaa, iddoo Qabrii Ma’allaa jedhamuutti raawwatame.…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad haala yeroo irratti ibsa kenne
Muummichi ministeera ibsa har’a waaree booda kenneen, walitti bu’iinsa tibba kana uumamee tureen lubbuun namoota 86 kan darbe yoo ta’u,…
Guutuu Dubbisi » -

Masjida dhihoo magaalaa Adaamaatti gareewwan jibba Islaamummaa leellisaniin diigame ijaaruuf mariin geggeeffame
Torbee dabre keessa masjidni magaalaa Adaamaa ganda 01 iddoo dhalattoonni Oromoo naannoo Soomaalee irraa buqqifaman itti qubsiifamanitti argamu, gareewwan jibba…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Shashamanneetti kan argamu Markazu-Na’iim barattoota 100 Hifzii Qur’aanaatiin eebbise
Masjida Abu-Bakr kan magaalaa Shaashamannee jalatti kan argamu, Markazni Hifzii Qur’aana, Markazu-Na’iim guyyaa har’aa barattoota barsiisaa ture 100 hifzii Qur’aanaatiin…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Amaaraa Godina Wolloo keessatti Majliisni ulamaa’otaa fi hayyoota gurguddoo hammate hundeeffamuu gabaafame
Korri Ulamaa’onni fi hayyoonni Wolloo gurguddoon irratti hirmaatan magaalaa Dasee keessatti kan geggeeffamaa ture yoo tahu, Alhada har’aa Majliisni Muslimoota…
Guutuu Dubbisi » -

Muslimoonni naannoo Amaaraatti sababa amantaa isaaniif qe’ee fi qabeenya irraa buqqifaman hanga ammaatti furmaata hin arganne
Naannoo Amaaraa godina Gondar aanaa Salaree ganda qotee bulaa Wefxeegee jedhamu irraa abbootiin warraa 40 tahan sababa amantaa isaaniif buqqifamanii…
Guutuu Dubbisi » -

Hoomaan awwaannisaa Godina Harargee keessatti lafa midhaanii heektaara kuma 12 ol irra qubate.
Hoomaan awwaannisaa kun Godinoootaa Harargee Bahaa fi Lixaa aanaalee 11, Gandoota 143 keessatti kan muudate yoo ta’u, hanga ammaatti lafa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhimma hidha laga Abbaay irratti paarlamaan Arabaa ‘Masri waliin dhaabbanna’ jedhe
Pirezdaantiin paarlamaa biyyoota Arabaa Mish’al al Salmii, dhimma hidha laga Abbaay itti dhiheenyaan hordofaa jiraachuufi ejjannoo mootummaa Masrii waliin kan…
Guutuu Dubbisi » -

Muummicha ministeeraa Dr.Abiy Ahmad dabalatee qondaaltota mootummaa olaanoo magaalaa Ambootti mormiin cimaan muudatuu gabaafame
Muummichi ministeeraa Dr.Abiy Ahmad, Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa obbo Lammaa Magarsaa fi Itti aanaan Prezidantii Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa, hawaasaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Murtii Federaalaa himannaa Prezdaantii naannoo Somaalee duraanii irratti baname ilaalchisee yaada mormii himatamaan dhiheeffate kuffise
Prezdaantiin Naannoo Somaalee duraanii obbo Abdii Muhammad Umar, himannaa yakkaa isarratti baname ilaalchisee yaada mormii har’a dhiheeffateen “naannicha haala gaariin…
Guutuu Dubbisi »










