Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Lammiileen Oromoo daangaa naannoo Somaalee irraa buqqifaman godina Baalee keessatti rakkoo hamaaf saaxilamuu ibsan
Lammiileen Oromoo weerara liyyuu hayliitiin waggaa lama dura qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamanii, aanota gammoojjii Baalee keessa qubsiifaman rakkoo…
Guutuu Dubbisi » -

Baqattoota 150 torbee dabre galaana Meditraaniyaan keessatti du’an jidduu lammiileen Ityoophiyaa 16 tahuu ibsame
Torbee tokko dura, bidiruun baqattoota seeraan alaa fe’attee gara Awrooppaa cehuuf yaalaa turte galaana Medtiraaniyaan irratti caccabuun, yoo xiqqaate baqattoonni…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Walitti bu’iinsa Naannoo Kibbaatti uumame tureen namoonni 53 ol ajjeeffamuu ibsame
Gaaffii ummanni Sidaamaa naannoo tahuuf dhiheeffate hordofuun dhiheenya naannichatti jeequmsi ka’uun ni yaadatama. Walitti bu’iinsa aanaalee godina Sidaamaa gara garaa…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Baankiin Zamzam Fulbaana dhufu hojii kan jalqabu tahuun ifoome.
Baankiin Zamzam Sirni Faayinaansii Dhala irraa walaba ta’e, biyyaattiitti akka hundeeffamu adda durummaan sochii kan jalqabe tahuun ifa. Baankichi hayyama…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan dhimma Mana Maree Finfinnee fi Dirree Dhawaa, akkasumas filannoo naannoo irratti yaada murtii dhiyaate raggaasise
Paarlaamaan miseensota boqonnaa irra jiran yaamuun walga’ii ariifachiisaa har’a gaggeesseen, dhimmoota Mana Maree Finfinnee fi Dirree Dhawaa, akkasumas filannoo naannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad jiraattota magaalaa Wolaaytaa Sooddoo waliin mari’ataa jira
Dr. Abiy Ahmad har’a ganama gara Naannoo Kibbaa imaluun magaalaa Arbaa Micitti duula biqiltuu dhaabuu irratti eega hirmaatee booda, gara…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Ulamaa Ityoophiyaa hawaasni Muslimaa duula biqiltuu dhaabuu irratti dammaqinaan akka hirmatu yaamicha godhe.
Yaamicha Mummichi Ministeera Abiy Ahmad irraa Adoolessa 22/2011 guutuu biyyaatti biqiltuu miliyoona dhibba lama guyyaa tokkotti dhaabuuf godhame hordofuun, duulli…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Hawaasni magaalaa Awwadaay miidiyaa Nuuralhudaatiif tumsa godhe.
Magaalaa wiirtuu daldala Oromiyaa tan taate Awwadaayitti guyyaa arraa sagantaan eybaafi tumsa miidiyaa Nuuralhudaa hala oowwaan geggeeffame. Sagantaa tana irratti…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Namoota ajjeechaa qondaaltota naannoo Amaaraa irratti raawwatameen shakkamanii hidhaman jidduu 57 gad lakkifamuun gabaafame
Waxabajjii 15/2011 yaalii fonqolcha mootummaatiif ajjeechaa qondaaltoota mootummaa naannoo Amaaraa irratti raawwatameef, namoonni shakkaman tohatamuun ni yaadatama. Dhimma nageenyaa naannichatti…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee tarkaanfii seeraan alaa Masjidoota diiguuf fudhatamaa jiran Balaaleeffate.
Isniina dabre Adooleessa 15/2011 magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Laaftoo araddaa 01tti kan argamu Masjidni Hijraa ajaja Hogganaa ajensii manneen aanichaa kan ta’e…
Guutuu Dubbisi »










