Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Sagantaan eebba Kolleejjii Imaamu Shaafi’ii magaalaa Adamaatti geggeeffamaa jira
Sagantaa eebbaa Kolleejjii Islaamaa kan jalqabaa kana irratti ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa , abbootiin qabeenyaa fi aanga’oonni biyya keenya irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Kamaal Abbaa Simal gara ganda Aakiraa godaanan!
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN! Sheikh Kamaa Abbaa Simal dhukkubsatanii biyya keessaa fi alattis wal’aanama kan turan yoo ta’u…
Guutuu Dubbisi » -

Komishiiniin Poolisii magaalaa Finfinnee miseensota 184 hojii irraa ari’uu gabaafame
Komishiiniin Poolisii magaalattii odeeyfannoo hawaasa fi qaamota gara garaa irraa funaane irratti hundaa’uun qorannoo eega geggeessee booda, miseensota poolisii184 kanneen…
Guutuu Dubbisi » -

Makkalaakayaan ajjeechaa naannoo Amaaraa keessatti raawwatameen wal qabatee dogongora yoo hojjate, ummata dhiifama gaafatee miidhamtootaafis beenyaa kan kaffalu tahuu beeksise
Walitti bu’iinsa guyyaa lama dura naannoo Amaaraa godina lixa Goondar magaalota Gandawuhaa fi kookit jedhamanitti Rayyaa ittis biyyaa fi jiraattota …
Guutuu Dubbisi » -

Qajeelfamni Paartiileen siyaasaa yeroo marii geggeessanitti hordofuu qaban raggaasifame
Paartileen mormitootaa biyyattii keessatti argaman, filannoo bara 2012 geggeeffamu ilaalchisee haal-dureewwan guuttamuu qaban irratti guyyoota sadan dabran marii irra turan.…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin Dimookraatawaa Amaaraa fi Paartiin Sochii Saba Amaaraa waliin hojjatuuf walii galan
Paartiileen lamaan haala siyaasaa yeroo ammaa biyyattii keessa jiru bu’uura godhachuun eega xiinxallnii booda, dhimmoota waloo irratti waliin hojjatuuf kan…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa naannoo Amaaraa magaalaa Gandaa Wuhaatti uumameen namni 9 ajjeeffame
Naannoo Amaaraa godina Goondar lixaa magaalaa Gandaa Wuhaa jedhamutti guyyaa kaleessaa jiraattootaa fi raayyaa ittisa biyyaa jiddutti walitti bu’iinsa umameen,…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeera Ayarlaand daaw’annaa hujiitiif Finfinnee seene
Muummichi ministeera Ayarlaand Liyoo Varadkaarn ganama har’aa Finfinnee kan seene yoo tahu, gita isaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad waliin…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Tigraay Magaalaa Shiree keessatti Makiinotaa fi meeshaaleen waraana makkalaakayaa gurguddaan ugguramuu gabaafame
Ummanni magaalattii milishaan naannichaa waliin tahuun meeshaan waraanaa tokkollee naannichaa bahuu hin qabu sababa jedhuun, Ooraalii Makkalaakayaa 60 dabalatee meeshaalee…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Kibbaa Magaalaa Arbeegonaatti sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Naannoo Kibbaa magaalaa Arbeegonaatti sagantaan Da’awaa guddaan guyyaa har’aa kan geggeeffame yoo ta’u, hawaasni muslimaa magaalaa Arbeegonaa fi naannawa sanii…
Guutuu Dubbisi »










